Ar-Rahman · 77/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ۝٧٧
Fabi ayyi aalaaa`i Rabbikumaa tukazzibaan
📖 Afaan Oromoon
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 75-78 — Ar-Rahman

75فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
76مُتَّكِئِينَ عَلَىٰ رَفْرَفٍ خُضْرٍ وَعَبْقَرِيٍّ حِسَانٍ
Afata magariisaafi boraatiiwwan babbareedoo irra hirkatanii taa’u
77فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
78تَبَارَكَ اسْمُ رَبِّكَ ذِي الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ
Maqaan Gooftaa keetii, abbaa guddinnaafi ulfinaa guddate
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
77Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 77

Suuratu Ar-Rahman Aayah 77 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu

Suuratu Aayah 77/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 75–78. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers