Ar-Rahman · 78/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
تَبَارَكَ اسْمُ رَبِّكَ ذِي الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ ۝٧٨
Tabaarakasmu Rabbika Zil-Jalaali wal-Ikraam
📖 Afaan Oromoon
Maqaan Gooftaa keetii, abbaa guddinnaafi ulfinaa guddate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 76-78 — Ar-Rahman

76مُتَّكِئِينَ عَلَىٰ رَفْرَفٍ خُضْرٍ وَعَبْقَرِيٍّ حِسَانٍ
Afata magariisaafi boraatiiwwan babbareedoo irra hirkatanii taa’u
77فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
78تَبَارَكَ اسْمُ رَبِّكَ ذِي الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ
Maqaan Gooftaa keetii, abbaa guddinnaafi ulfinaa guddate
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
78Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 78

Suuratu Ar-Rahman Aayah 78 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Maqaan Gooftaa keetii, abbaa guddinnaafi ulfinaa guddate

Suuratu Aayah 78/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 76–78. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers