Al-Waqi'ah · 14/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
وَقَلِيلٌ مِّنَ الْآخِرِينَ ۝١٤
Wa qaleelum minal aa khireen
📖 Afaan Oromoon
Warra boodaa irraa immoo xiqqoodha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 12-16 — Al-Waqi'ah

12فِي جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Jannata qananii keessatti ta’u
13ثُلَّةٌ مِّنَ الْأَوَّلِينَ
Warra duraa irraa baay’eedha
14وَقَلِيلٌ مِّنَ الْآخِرِينَ
Warra boodaa irraa immoo xiqqoodha
15عَلَىٰ سُرُرٍ مَّوْضُونَةٍ
Sireewwan dhawamte irratti ta’u
16مُّتَّكِئِينَ عَلَيْهَا مُتَقَابِلِينَ
Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti hirkatu
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 14

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra boodaa irraa immoo xiqqoodha

Suuratu Aayah 14/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers