Al-Waqi'ah · 15/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
عَلَىٰ سُرُرٍ مَّوْضُونَةٍ ۝١٥
Alaa sururim mawdoonah
📖 Afaan Oromoon
Sireewwan dhawamte irratti ta’u

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Waqi'ah

13ثُلَّةٌ مِّنَ الْأَوَّلِينَ
Warra duraa irraa baay’eedha
14وَقَلِيلٌ مِّنَ الْآخِرِينَ
Warra boodaa irraa immoo xiqqoodha
15عَلَىٰ سُرُرٍ مَّوْضُونَةٍ
Sireewwan dhawamte irratti ta’u
16مُّتَّكِئِينَ عَلَيْهَا مُتَقَابِلِينَ
Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti hirkatu
17يَطُوفُ عَلَيْهِمْ وِلْدَانٌ مُّخَلَّدُونَ
Ijoollee (ijoollummaan) yeroo hunda jiraatantu isaan irra naanna’a
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 15

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sireewwan dhawamte irratti ta’u

Suuratu Aayah 15/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers