Al-Waqi'ah · 16/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
مُّتَّكِئِينَ عَلَيْهَا مُتَقَابِلِينَ ۝١٦
Muttaki`eena `alaihaa mutaqabileen
📖 Afaan Oromoon
Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti hirkatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Waqi'ah

14وَقَلِيلٌ مِّنَ الْآخِرِينَ
Warra boodaa irraa immoo xiqqoodha
15عَلَىٰ سُرُرٍ مَّوْضُونَةٍ
Sireewwan dhawamte irratti ta’u
16مُّتَّكِئِينَ عَلَيْهَا مُتَقَابِلِينَ
Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti hirkatu
17يَطُوفُ عَلَيْهِمْ وِلْدَانٌ مُّخَلَّدُونَ
Ijoollee (ijoollummaan) yeroo hunda jiraatantu isaan irra naanna’a
18بِأَكْوَابٍ وَأَبَارِيقَ وَكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ
Kubbaayyaa, quluufi geeba (xoofoo) farsoo irraa ta’een
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 16

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fuulaan walitti garagalanii ishee irratti hirkatu

Suuratu Aayah 16/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers