Al-Waqi'ah · 25/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
لَا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا تَأْثِيمًا ۝٢٥
Laa yasma`oona feehaa laghwanw wa laa taaseemaa
📖 Afaan Oromoon
Isii (jannata) keessatti wacaafi wal arrabsuus hin dhaga’an

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 23-27 — Suuratu Al-Waqi'ah

23كَأَمْثَالِ اللُّؤْلُؤِ الْمَكْنُونِ
Akka faaya eegamaa kan fafakkaatan
24جَزَاءً بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone)
25لَا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا تَأْثِيمًا
Isii (jannata) keessatti wacaafi wal arrabsuus hin dhaga’an
26إِلَّا قِيلًا سَلَامًا سَلَامًا
“Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an)
27وَأَصْحَابُ الْيَمِينِ مَا أَصْحَابُ الْيَمِينِ
Warri mirgaa; warra mirgaa waa’een isaanii akkam tola
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 25

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isii (jannata) keessatti wacaafi wal arrabsuus hin dhaga’an

Suuratu Aayah 25/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers