Al-Waqi'ah · 26/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
إِلَّا قِيلًا سَلَامًا سَلَامًا ۝٢٦
Illaa qeelan salaaman salaamaa
📖 Afaan Oromoon
“Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 24-28 — Suuratu Al-Waqi'ah

24جَزَاءً بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone)
25لَا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا تَأْثِيمًا
Isii (jannata) keessatti wacaafi wal arrabsuus hin dhaga’an
26إِلَّا قِيلًا سَلَامًا سَلَامًا
“Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an)
27وَأَصْحَابُ الْيَمِينِ مَا أَصْحَابُ الْيَمِينِ
Warri mirgaa; warra mirgaa waa’een isaanii akkam tola
28فِي سِدْرٍ مَّخْضُودٍ
(Isaan) mukkeen qurquraa kan qoree hin qabne keessa jiraatu
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 26

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an)

Suuratu Aayah 26/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers