Al-Waqi'ah · 24/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
جَزَاءً بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ ۝٢٤
Jazaaa`am bimaa kaanoo ya`maloon
📖 Afaan Oromoon
Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Al-Waqi'ah

22وَحُورٌ عِينٌ
Dubra adaadii ija babal’ootu (isiniif jira)
23كَأَمْثَالِ اللُّؤْلُؤِ الْمَكْنُونِ
Akka faaya eegamaa kan fafakkaatan
24جَزَاءً بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone)
25لَا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا تَأْثِيمًا
Isii (jannata) keessatti wacaafi wal arrabsuus hin dhaga’an
26إِلَّا قِيلًا سَلَامًا سَلَامًا
“Nagayaa nagayaa waliin jechuu malee” (hin dhaga’an)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 24

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone)

Suuratu Aayah 24/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers