Al-Waqi'ah · 68/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
أَفَرَأَيْتُمُ الْمَاءَ الَّذِي تَشْرَبُونَ ۝٦٨
Afara`aytumul maaa`allazee tashraboon
📖 Afaan Oromoon
Mee waa’ee bishaan dhugdanii san Naaf himaa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 66-70 — Suuratu Al-Waqi'ah

66إِنَّا لَمُغْرَمُونَ
“Nuti dhugumatti hoonga’oodha”(jettu)
67بَلْ نَحْنُ مَحْرُومُونَ
“Lakkisaa; nuti dhorgamoodha” (waliin jettu)
68أَفَرَأَيْتُمُ الْمَاءَ الَّذِي تَشْرَبُونَ
Mee waa’ee bishaan dhugdanii san Naaf himaa
69أَأَنتُمْ أَنزَلْتُمُوهُ مِنَ الْمُزْنِ أَمْ نَحْنُ الْمُنزِلُونَ
Sila duumessa irraa isintu isa buusee? Moo Nutu (isa) buusoo dha
70لَوْ نَشَاءُ جَعَلْنَاهُ أُجَاجًا فَلَوْلَا تَشْكُرُونَ
Odoo feenee soogiddoo (kuraawaa) isa taasifnaSila maaliif (Rabbiin) hin galatoomfanne
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
68Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 68

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mee waa’ee bishaan dhugdanii san Naaf himaa

Suuratu Aayah 68/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers