Al-Waqi'ah · 8/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
فَأَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ ۝٨
Fa as haabul maimanati maaa as haabul maimanah
📖 Afaan Oromoon
(Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 6-10 — Al-Waqi'ah

6فَكَانَتْ هَبَاءً مُّنبَثًّا
Dhukkee facaafamtuus taate
7وَكُنتُمْ أَزْوَاجًا ثَلَاثَةً
(Yeroo) Isinis garee sadi taatan
8فَأَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ
(Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)
9وَأَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ
(Gareen lammaffaan) warra bitaati; warri bitaa akkam (hoonga’oo dha)
10وَالسَّابِقُونَ السَّابِقُونَ
(Gareen sadaffaa) Isaan gara toltuutti dursitoota dursoodha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 8

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)

Suuratu Aayah 8/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers