Al-Waqi'ah · 9/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
وَأَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ ۝٩
Wa as haabul mash`amati maaa as haabul mash`amah
📖 Afaan Oromoon
(Gareen lammaffaan) warra bitaati; warri bitaa akkam (hoonga’oo dha)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Al-Waqi'ah

7وَكُنتُمْ أَزْوَاجًا ثَلَاثَةً
(Yeroo) Isinis garee sadi taatan
8فَأَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ
(Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)
9وَأَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ
(Gareen lammaffaan) warra bitaati; warri bitaa akkam (hoonga’oo dha)
10وَالسَّابِقُونَ السَّابِقُونَ
(Gareen sadaffaa) Isaan gara toltuutti dursitoota dursoodha
11أُولَٰئِكَ الْمُقَرَّبُونَ
Isaan (Rabbitti) dhiheeffamoota
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 9

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Gareen lammaffaan) warra bitaati; warri bitaa akkam (hoonga’oo dha)

Suuratu Aayah 9/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers