Al-Waqi'ah · 7/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
وَكُنتُمْ أَزْوَاجًا ثَلَاثَةً ۝٧
Wa kuntum azwaajan salaasah
📖 Afaan Oromoon
(Yeroo) Isinis garee sadi taatan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 5-9 — Al-Waqi'ah

5وَبُسَّتِ الْجِبَالُ بَسًّا
(Yeroo) gaarreenis facaafamiinsa facaafamte
6فَكَانَتْ هَبَاءً مُّنبَثًّا
Dhukkee facaafamtuus taate
7وَكُنتُمْ أَزْوَاجًا ثَلَاثَةً
(Yeroo) Isinis garee sadi taatan
8فَأَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ
(Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)
9وَأَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ
(Gareen lammaffaan) warra bitaati; warri bitaa akkam (hoonga’oo dha)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 7

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yeroo) Isinis garee sadi taatan

Suuratu Aayah 7/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers