Al-An'am · 138/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَقَالُوا هَٰذِهِ أَنْعَامٌ وَحَرْثٌ حِجْرٌ لَّا يَطْعَمُهَا إِلَّا مَن نَّشَاءُ بِزَعْمِهِمْ وَأَنْعَامٌ حُرِّمَتْ ظُهُورُهَا وَأَنْعَامٌ لَّا يَذْكُرُونَ اسْمَ اللَّهِ عَلَيْهَا افْتِرَاءً عَلَيْهِ ۚ سَيَجْزِيهِم بِمَا كَانُوا يَفْتَرُونَ ۝١٣٨
Wa qaaloo haaziheee an`aamunw wa harsun hijrun laa yat`amuhaaa illaa man nashaaa`u biza`mihim wa an`aamun hurrimat zuhooruhaa wa an`aamul laa yazkuroonas mal laahi `alaihaf tiraaa`an `alaih; sa yajzeehim bimaa kaanoo yaftaroon
📖 Afaan Oromoon
Yaada isaaniitiin "kun horiifi oyruu dhorgamtuudha; Nama nuti feene malee ishee hin nyaatu(kun) horii dugdi ishee (yaabbii irraa) dhorgamteedha; (kun immoo) horii maqaa Rabbii irratti hin dubbannee dha" jedhanRabbi irratti kijiba uumuuf (kana hojjatan)Rabbiin waan isaan kijibaa turaniin fuulduratti isaan mindeessa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 136-140 — Al-An'am

136وَجَعَلُوا لِلَّهِ مِمَّا ذَرَأَ مِنَ الْحَرْثِ وَالْأَنْعَامِ نَصِيبًا فَقَالُوا هَٰذَا لِلَّهِ بِزَعْمِهِمْ وَهَٰذَا لِشُرَكَائِنَا ۖ فَمَا كَانَ لِشُرَكَائِهِمْ فَلَا يَصِلُ إِلَى اللَّهِ ۖ وَمَا كَانَ لِلَّهِ فَهُوَ يَصِلُ إِلَىٰ شُرَكَائِهِمْ ۗ سَاءَ مَا يَحْكُمُونَ
Oyruufi beyladaa inni uumerraa qooda Rabbiif godhaniiti yaaduma isaaniitiin "kun kan Rabbiiti, kun immoo kan gooftolee keenyaati" jedhanWanti gabbaramtoota isaaniitiif ta’e gara Rabbiitti hin ga’u; wanni Rabbiif ta’e immoo gara gabbaramtoota isaaniitti ni ga’aWanti isaan murteessan waa fokkate
137وَكَذَٰلِكَ زَيَّنَ لِكَثِيرٍ مِّنَ الْمُشْرِكِينَ قَتْلَ أَوْلَادِهِمْ شُرَكَاؤُهُمْ لِيُرْدُوهُمْ وَلِيَلْبِسُوا عَلَيْهِمْ دِينَهُمْ ۖ وَلَوْ شَاءَ اللَّهُ مَا فَعَلُوهُ ۖ فَذَرْهُمْ وَمَا يَفْتَرُونَ
Akka kanatti shariikonni isaanii hedduu mushrikoota irraa taaniif isaan balleessuufi amantii isaanii isaan irratti walitti makuuf jecha ajjeechaa ilmaan isaanii miidhagseefOdoo Rabbiin fedhee hin raawwatanu tureKijiba isaanii wajjin isaan dhiisi
138وَقَالُوا هَٰذِهِ أَنْعَامٌ وَحَرْثٌ حِجْرٌ لَّا يَطْعَمُهَا إِلَّا مَن نَّشَاءُ بِزَعْمِهِمْ وَأَنْعَامٌ حُرِّمَتْ ظُهُورُهَا وَأَنْعَامٌ لَّا يَذْكُرُونَ اسْمَ اللَّهِ عَلَيْهَا افْتِرَاءً عَلَيْهِ ۚ سَيَجْزِيهِم بِمَا كَانُوا يَفْتَرُونَ
Yaada isaaniitiin "kun horiifi oyruu dhorgamtuudha; Nama nuti feene malee ishee hin nyaatu(kun) horii dugdi ishee (yaabbii irraa) dhorgamteedha; (kun immoo) horii maqaa Rabbii irratti hin dubbannee dha" jedhanRabbi irratti kijiba uumuuf (kana hojjatan)Rabbiin waan isaan kijibaa turaniin fuulduratti isaan mindeessa
139وَقَالُوا مَا فِي بُطُونِ هَٰذِهِ الْأَنْعَامِ خَالِصَةٌ لِّذُكُورِنَا وَمُحَرَّمٌ عَلَىٰ أَزْوَاجِنَا ۖ وَإِن يَكُن مَّيْتَةً فَهُمْ فِيهِ شُرَكَاءُ ۚ سَيَجْزِيهِمْ وَصْفَهُمْ ۚ إِنَّهُ حَكِيمٌ عَلِيمٌ
Ni jedhan: "Wanti garaa horii kanneen keessaa dhiirota keenya qofaaf hayyamamtuudha; dubartoota keenya irratti immoo dhorgamoodhaYoo du’aa ta’eef, isaan hunduu isa keessatti shariika." Ibsa isaaniitiin (kijiba Rabbi irra kaaaniin) isaan mindeessaDhugumatti Inni ogeessa, beekaadha
140قَدْ خَسِرَ الَّذِينَ قَتَلُوا أَوْلَادَهُمْ سَفَهًا بِغَيْرِ عِلْمٍ وَحَرَّمُوا مَا رَزَقَهُمُ اللَّهُ افْتِرَاءً عَلَى اللَّهِ ۚ قَدْ ضَلُّوا وَمَا كَانُوا مُهْتَدِينَ
Warri wallaalaan beekumsaan ala ilmaan isaanii ajjeesanii, Rabbiin irratti kijiba maxxansuun waan Rabbiin isaaniif kenne haraama taasisan, dhugumatti hoonga’aniiruIsaan jallataniiru; qajeeloo hin taane
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
138Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 138

Suuratu Al-An'am Aayah 138 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaada isaaniitiin "kun horiifi oyruu dhorgamtuudha; Nama nuti feene malee…

Suuratu Aayah 138/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 136–140. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers