Al-An'am · 139/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَقَالُوا مَا فِي بُطُونِ هَٰذِهِ الْأَنْعَامِ خَالِصَةٌ لِّذُكُورِنَا وَمُحَرَّمٌ عَلَىٰ أَزْوَاجِنَا ۖ وَإِن يَكُن مَّيْتَةً فَهُمْ فِيهِ شُرَكَاءُ ۚ سَيَجْزِيهِمْ وَصْفَهُمْ ۚ إِنَّهُ حَكِيمٌ عَلِيمٌ ۝١٣٩
Wa qaaloo maa fee butooni haazihil an`aami khaalisatul lizukoorinaa wa muharramun `alaaa azwaajinaa wa iny yakum maitatan fahum feehi shurakaaa`; sa yajzeehim wasfahum; innahoo Hakeemun `Aleem
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhan: "Wanti garaa horii kanneen keessaa dhiirota keenya qofaaf hayyamamtuudha; dubartoota keenya irratti immoo dhorgamoodhaYoo du’aa ta’eef, isaan hunduu isa keessatti shariika." Ibsa isaaniitiin (kijiba Rabbi irra kaaaniin) isaan mindeessaDhugumatti Inni ogeessa, beekaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 137-141 — Al-An'am

137وَكَذَٰلِكَ زَيَّنَ لِكَثِيرٍ مِّنَ الْمُشْرِكِينَ قَتْلَ أَوْلَادِهِمْ شُرَكَاؤُهُمْ لِيُرْدُوهُمْ وَلِيَلْبِسُوا عَلَيْهِمْ دِينَهُمْ ۖ وَلَوْ شَاءَ اللَّهُ مَا فَعَلُوهُ ۖ فَذَرْهُمْ وَمَا يَفْتَرُونَ
Akka kanatti shariikonni isaanii hedduu mushrikoota irraa taaniif isaan balleessuufi amantii isaanii isaan irratti walitti makuuf jecha ajjeechaa ilmaan isaanii miidhagseefOdoo Rabbiin fedhee hin raawwatanu tureKijiba isaanii wajjin isaan dhiisi
138وَقَالُوا هَٰذِهِ أَنْعَامٌ وَحَرْثٌ حِجْرٌ لَّا يَطْعَمُهَا إِلَّا مَن نَّشَاءُ بِزَعْمِهِمْ وَأَنْعَامٌ حُرِّمَتْ ظُهُورُهَا وَأَنْعَامٌ لَّا يَذْكُرُونَ اسْمَ اللَّهِ عَلَيْهَا افْتِرَاءً عَلَيْهِ ۚ سَيَجْزِيهِم بِمَا كَانُوا يَفْتَرُونَ
Yaada isaaniitiin "kun horiifi oyruu dhorgamtuudha; Nama nuti feene malee ishee hin nyaatu(kun) horii dugdi ishee (yaabbii irraa) dhorgamteedha; (kun immoo) horii maqaa Rabbii irratti hin dubbannee dha" jedhanRabbi irratti kijiba uumuuf (kana hojjatan)Rabbiin waan isaan kijibaa turaniin fuulduratti isaan mindeessa
139وَقَالُوا مَا فِي بُطُونِ هَٰذِهِ الْأَنْعَامِ خَالِصَةٌ لِّذُكُورِنَا وَمُحَرَّمٌ عَلَىٰ أَزْوَاجِنَا ۖ وَإِن يَكُن مَّيْتَةً فَهُمْ فِيهِ شُرَكَاءُ ۚ سَيَجْزِيهِمْ وَصْفَهُمْ ۚ إِنَّهُ حَكِيمٌ عَلِيمٌ
Ni jedhan: "Wanti garaa horii kanneen keessaa dhiirota keenya qofaaf hayyamamtuudha; dubartoota keenya irratti immoo dhorgamoodhaYoo du’aa ta’eef, isaan hunduu isa keessatti shariika." Ibsa isaaniitiin (kijiba Rabbi irra kaaaniin) isaan mindeessaDhugumatti Inni ogeessa, beekaadha
140قَدْ خَسِرَ الَّذِينَ قَتَلُوا أَوْلَادَهُمْ سَفَهًا بِغَيْرِ عِلْمٍ وَحَرَّمُوا مَا رَزَقَهُمُ اللَّهُ افْتِرَاءً عَلَى اللَّهِ ۚ قَدْ ضَلُّوا وَمَا كَانُوا مُهْتَدِينَ
Warri wallaalaan beekumsaan ala ilmaan isaanii ajjeesanii, Rabbiin irratti kijiba maxxansuun waan Rabbiin isaaniif kenne haraama taasisan, dhugumatti hoonga’aniiruIsaan jallataniiru; qajeeloo hin taane
141۞ وَهُوَ الَّذِي أَنشَأَ جَنَّاتٍ مَّعْرُوشَاتٍ وَغَيْرَ مَعْرُوشَاتٍ وَالنَّخْلَ وَالزَّرْعَ مُخْتَلِفًا أُكُلُهُ وَالزَّيْتُونَ وَالرُّمَّانَ مُتَشَابِهًا وَغَيْرَ مُتَشَابِهٍ ۚ كُلُوا مِن ثَمَرِهِ إِذَا أَثْمَرَ وَآتُوا حَقَّهُ يَوْمَ حَصَادِهِ ۖ وَلَا تُسْرِفُوا ۚ إِنَّهُ لَا يُحِبُّ الْمُسْرِفِينَ
Rabbiin isa ashaakiltii sireen godhamuufiifi sireen hin godhamneef uumeedhaMuka timiraa, sanyii dhandhamni wal dhabaa tae, Zaytuunaafi Rummaana wal fakkaataniifi wal hin fakkaannes (kan uumee dha)Firee isaa irraa yeroo inni fireesse nyaadhaa; guyyaa haamama isaas haqa isaa (zakaa) kennaa(Kennaan) daangaa hin dabrinaaDhugumatti, Inni warra daangaa dabran hin jaalatu
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
139Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 139

Suuratu Al-An'am Aayah 139 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhan: "Wanti garaa horii kanneen keessaa dhiirota keenya qofaaf…

Suuratu Aayah 139/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 137–141. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers