Al-An'am · 159/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
إِنَّ الَّذِينَ فَرَّقُوا دِينَهُمْ وَكَانُوا شِيَعًا لَّسْتَ مِنْهُمْ فِي شَيْءٍ ۚ إِنَّمَا أَمْرُهُمْ إِلَى اللَّهِ ثُمَّ يُنَبِّئُهُم بِمَا كَانُوا يَفْعَلُونَ ۝١٥٩
Innal lazeena farraqoo deenahum wa kaanoo shiya`allasta minhum fee shai`; innamaaa amruhum ilallaahi summma yunabbi`uhum bimaa kaanoo yaf`aloon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, warri amantii isaanii qoqqoodaniifi garee garee taan, ati waan tokko keessattillee isaan irraayii mitiDhimmi isaanii gara Rabbiiti, ergasii Inni waan isaan dalagaa turan (hunda) isaanitti hima

🎧 Caqasi


📜 Aayah 157-161 — Al-An'am

157أَوْ تَقُولُوا لَوْ أَنَّا أُنزِلَ عَلَيْنَا الْكِتَابُ لَكُنَّا أَهْدَىٰ مِنْهُمْ ۚ فَقَدْ جَاءَكُم بَيِّنَةٌ مِّن رَّبِّكُمْ وَهُدًى وَرَحْمَةٌ ۚ فَمَنْ أَظْلَمُ مِمَّن كَذَّبَ بِآيَاتِ اللَّهِ وَصَدَفَ عَنْهَا ۗ سَنَجْزِي الَّذِينَ يَصْدِفُونَ عَنْ آيَاتِنَا سُوءَ الْعَذَابِ بِمَا كَانُوا يَصْدِفُونَ
Yookiin akka isin "nuti odoo kitaabni nurratti buufamee dhugumatti silaa isaan (yahuudotaafi kiristaanota) caalaa karaa qajeelaa qabanna turre" hin janneefiDhugumatti, ragaan ifa ta’e (Qur’aanni), qajeelfamaafi rahmanni Gooftaa keessan irraa isiniif dhufeeraNama keeyyattoota Rabbii kijibsiiseefi ishee irraa gara gale caalaa namni miidhaa hojjate eenyu? Nuti warra keeyyattoota keenya irraa gara galan sababaa isaan gara galaa turaniif adabbii hamaa isaan mindeessina
158هَلْ يَنظُرُونَ إِلَّا أَن تَأْتِيَهُمُ الْمَلَائِكَةُ أَوْ يَأْتِيَ رَبُّكَ أَوْ يَأْتِيَ بَعْضُ آيَاتِ رَبِّكَ ۗ يَوْمَ يَأْتِي بَعْضُ آيَاتِ رَبِّكَ لَا يَنفَعُ نَفْسًا إِيمَانُهَا لَمْ تَكُنْ آمَنَتْ مِن قَبْلُ أَوْ كَسَبَتْ فِي إِيمَانِهَا خَيْرًا ۗ قُلِ انتَظِرُوا إِنَّا مُنتَظِرُونَ
Sila malaykonni isaanitti dhufuu, yookiin Gooftaan kee dhufuu, yookiin gariin mallattoolee Gooftaa keetii dhufuu malee homaa ni eegaaruuGuyyaa gariin mallattoo Gooftaa keetii dhufu lubbuu san dura hin amanin, yookiin iimaana ishee keessatti toltuu hin hojjatin tokko iimaanni ishee homaa ishee hin fayyadu"Isin eegaa; Nuti eegoo dha" jedhiin
159إِنَّ الَّذِينَ فَرَّقُوا دِينَهُمْ وَكَانُوا شِيَعًا لَّسْتَ مِنْهُمْ فِي شَيْءٍ ۚ إِنَّمَا أَمْرُهُمْ إِلَى اللَّهِ ثُمَّ يُنَبِّئُهُم بِمَا كَانُوا يَفْعَلُونَ
Dhugumatti, warri amantii isaanii qoqqoodaniifi garee garee taan, ati waan tokko keessattillee isaan irraayii mitiDhimmi isaanii gara Rabbiiti, ergasii Inni waan isaan dalagaa turan (hunda) isaanitti hima
160مَن جَاءَ بِالْحَسَنَةِ فَلَهُ عَشْرُ أَمْثَالِهَا ۖ وَمَن جَاءَ بِالسَّيِّئَةِ فَلَا يُجْزَىٰ إِلَّا مِثْلَهَا وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ
Namni toltuun dhufe, isaaf (toltuu) fakkaattuu ishee kudhantu jiraNamni hamtuun dhufe, inni fakkaattuu ishee malee hin mindeeffamuIsaanis hin miidhamanu
161قُلْ إِنَّنِي هَدَانِي رَبِّي إِلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ دِينًا قِيَمًا مِّلَّةَ إِبْرَاهِيمَ حَنِيفًا ۚ وَمَا كَانَ مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Dhugumatti, ani Gooftaan kiyya gara karaa qajeelaa, amantii sirrii kan karaa Ibraahiim, ‘haniifa’ (Rabbii tokkicha gabbaruu) ta’etti na qajeelchee jiraInni mushrikoota irraa hin turre" jedhi
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
159Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 159

Suuratu Al-An'am Aayah 159 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, warri amantii isaanii qoqqoodaniifi garee garee taan, ati waan…

Suuratu Aayah 159/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 157–161. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers