Al-Qalam · 30/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَلَاوَمُونَ ۝٣٠
Fa aqbala ba`duhum `alaa ba`diny yatalaawamoon
📖 Afaan Oromoon
Kan wal komatan ta’anii gariin isaanii garii irratti garagale

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 28-32 — Suuratu Al-Qalam

28قَالَ أَوْسَطُهُمْ أَلَمْ أَقُل لَّكُمْ لَوْلَا تُسَبِّحُونَ
Irra filatamaan isaanii "sila maaliif siinoo hin baafne (yoo Rabbiin fedhe hin jenne) isiniin jedhee hin turree?" jedhe
29قَالُوا سُبْحَانَ رَبِّنَا إِنَّا كُنَّا ظَالِمِينَ
Gooftaan keenya qulqullaae; dhugumatti, nuti miidhaa hojjattoota taaneerra" jedhan
30فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَلَاوَمُونَ
Kan wal komatan ta’anii gariin isaanii garii irratti garagale
31قَالُوا يَا وَيْلَنَا إِنَّا كُنَّا طَاغِينَ
Ni jedhan: "yaa badii keenya! Nuti dhugumatti, daangaa dabritoota
32عَسَىٰ رَبُّنَا أَن يُبْدِلَنَا خَيْرًا مِّنْهَا إِنَّا إِلَىٰ رَبِّنَا رَاغِبُونَ
Gooftaan keenya kan ishee caaltu bakka nuuf buusuu kajeellaNuti dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa kajeeloodha” (jedhan)
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 30

Suuratu Al-Qalam Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kan wal komatan ta’anii gariin isaanii garii irratti garagale

Suuratu Aayah 30/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers