Al-Haqqah · 9/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَجَاءَ فِرْعَوْنُ وَمَن قَبْلَهُ وَالْمُؤْتَفِكَاتُ بِالْخَاطِئَةِ ۝٩
Wa jaaa`a Firawnu wa man qablahoo wal mu`tafikaatu bilhaati`ah
📖 Afaan Oromoon
Firawn, warri isa duraatiifi (gandoonni) gombifamtoonnis diliidhaan dhufan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Al-Haqqah

7سَخَّرَهَا عَلَيْهِمْ سَبْعَ لَيَالٍ وَثَمَانِيَةَ أَيَّامٍ حُسُومًا فَتَرَى الْقَوْمَ فِيهَا صَرْعَىٰ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ خَاوِيَةٍ
Halkan torbaafi guyyaa saddeetiif walitti aansee isaan irratti ergeIshee keessatti ummata kan jirma timiraa hundeen buqqifame fakkaatanii kukkufan argita
8فَهَلْ تَرَىٰ لَهُم مِّن بَاقِيَةٍ
Sila isaan irraa haftee wahii ni argitaa
9وَجَاءَ فِرْعَوْنُ وَمَن قَبْلَهُ وَالْمُؤْتَفِكَاتُ بِالْخَاطِئَةِ
Firawn, warri isa duraatiifi (gandoonni) gombifamtoonnis diliidhaan dhufan
10فَعَصَوْا رَسُولَ رَبِّهِمْ فَأَخَذَهُمْ أَخْذَةً رَّابِيَةً
Ergamaa Gooftaa isaanii faallessinaan qabaa cimtuu isaan qabe
11إِنَّا لَمَّا طَغَى الْمَاءُ حَمَلْنَاكُمْ فِي الْجَارِيَةِ
Nuti yeroo bishaan daangaa dabru doonii keessatti isin baanne
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 9

Suuratu Al-Haqqah Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Firawn, warri isa duraatiifi (gandoonni) gombifamtoonnis diliidhaan dhufan

Suuratu Aayah 9/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers