Al-Haqqah · 10/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
فَعَصَوْا رَسُولَ رَبِّهِمْ فَأَخَذَهُمْ أَخْذَةً رَّابِيَةً ۝١٠
Fa`ansaw Rasoola Rabbihim fa akhazahum akhzatar raabiyah
📖 Afaan Oromoon
Ergamaa Gooftaa isaanii faallessinaan qabaa cimtuu isaan qabe

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Haqqah

8فَهَلْ تَرَىٰ لَهُم مِّن بَاقِيَةٍ
Sila isaan irraa haftee wahii ni argitaa
9وَجَاءَ فِرْعَوْنُ وَمَن قَبْلَهُ وَالْمُؤْتَفِكَاتُ بِالْخَاطِئَةِ
Firawn, warri isa duraatiifi (gandoonni) gombifamtoonnis diliidhaan dhufan
10فَعَصَوْا رَسُولَ رَبِّهِمْ فَأَخَذَهُمْ أَخْذَةً رَّابِيَةً
Ergamaa Gooftaa isaanii faallessinaan qabaa cimtuu isaan qabe
11إِنَّا لَمَّا طَغَى الْمَاءُ حَمَلْنَاكُمْ فِي الْجَارِيَةِ
Nuti yeroo bishaan daangaa dabru doonii keessatti isin baanne
12لِنَجْعَلَهَا لَكُمْ تَذْكِرَةً وَتَعِيَهَا أُذُنٌ وَاعِيَةٌ
Akka ishee isiniif gorsa goonuufi gurri waa hubattus akka ishee hubattuuf (kana goone)
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 10

Suuratu Al-Haqqah Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergamaa Gooftaa isaanii faallessinaan qabaa cimtuu isaan qabe

Suuratu Aayah 10/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers