Al-Haqqah · 8/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
فَهَلْ تَرَىٰ لَهُم مِّن بَاقِيَةٍ ۝٨
Fahal taraa lahum mim baaqiyah
📖 Afaan Oromoon
Sila isaan irraa haftee wahii ni argitaa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Al-Haqqah

6وَأَمَّا عَادٌ فَأُهْلِكُوا بِرِيحٍ صَرْصَرٍ عَاتِيَةٍ
Aad immoo qilleensa sagalee cimaa akkaan bubbisuun balleeffaman
7سَخَّرَهَا عَلَيْهِمْ سَبْعَ لَيَالٍ وَثَمَانِيَةَ أَيَّامٍ حُسُومًا فَتَرَى الْقَوْمَ فِيهَا صَرْعَىٰ كَأَنَّهُمْ أَعْجَازُ نَخْلٍ خَاوِيَةٍ
Halkan torbaafi guyyaa saddeetiif walitti aansee isaan irratti ergeIshee keessatti ummata kan jirma timiraa hundeen buqqifame fakkaatanii kukkufan argita
8فَهَلْ تَرَىٰ لَهُم مِّن بَاقِيَةٍ
Sila isaan irraa haftee wahii ni argitaa
9وَجَاءَ فِرْعَوْنُ وَمَن قَبْلَهُ وَالْمُؤْتَفِكَاتُ بِالْخَاطِئَةِ
Firawn, warri isa duraatiifi (gandoonni) gombifamtoonnis diliidhaan dhufan
10فَعَصَوْا رَسُولَ رَبِّهِمْ فَأَخَذَهُمْ أَخْذَةً رَّابِيَةً
Ergamaa Gooftaa isaanii faallessinaan qabaa cimtuu isaan qabe
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 8

Suuratu Al-Haqqah Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila isaan irraa haftee wahii ni argitaa

Suuratu Aayah 8/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers