Al-A'raf · 130/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
وَلَقَدْ أَخَذْنَا آلَ فِرْعَوْنَ بِالسِّنِينَ وَنَقْصٍ مِّنَ الثَّمَرَاتِ لَعَلَّهُمْ يَذَّكَّرُونَ ١٣٠
Transliteration
Wa laqad akhaznaaa Aala Fir`awna bis sineena wa naqsim minas samaraati la`allahum yazzakkaroon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti ummata Fir’awni akka isaan gorfamaniif jecha gogiinsa waggootaaf tureefi hir’ina oomishaatiin isaan qabne
🎧 Caqasi
📜 Aayah 128-132 — Al-A'raf
128قَالَ مُوسَىٰ لِقَوْمِهِ اسْتَعِينُوا بِاللَّهِ وَاصْبِرُوا ۖ إِنَّ الْأَرْضَ لِلَّهِ يُورِثُهَا مَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ ۖ وَالْعَاقِبَةُ لِلْمُتَّقِينَ
Muusaan ummata isaatiin "Rabbiin gargaarsifadhaa; obsaasDhugumatti, dachiin kan RabbiitiGabroota Isaa irraa nama fedhe ishee dhaalchisaBooddeenis kan warra Rabbiin sodaataniiti" jedhe
129قَالُوا أُوذِينَا مِن قَبْلِ أَن تَأْتِيَنَا وَمِن بَعْدِ مَا جِئْتَنَا ۚ قَالَ عَسَىٰ رَبُّكُمْ أَن يُهْلِكَ عَدُوَّكُمْ وَيَسْتَخْلِفَكُمْ فِي الْأَرْضِ فَيَنظُرَ كَيْفَ تَعْمَلُونَ
Nuti odoo ati nutti hin dhufin duraafi erga nutti dhuftee boodas rakkifamnee jirra" jedhan[Inni] "Gooftaan keessan diinota keessan balleessee dachii keessatti bakka isin buusee ergasii akkam akka dalagdan isin ilaaluutu mala" jedhe
130وَلَقَدْ أَخَذْنَا آلَ فِرْعَوْنَ بِالسِّنِينَ وَنَقْصٍ مِّنَ الثَّمَرَاتِ لَعَلَّهُمْ يَذَّكَّرُونَ
Dhugumatti, Nuti ummata Fir’awni akka isaan gorfamaniif jecha gogiinsa waggootaaf tureefi hir’ina oomishaatiin isaan qabne
131فَإِذَا جَاءَتْهُمُ الْحَسَنَةُ قَالُوا لَنَا هَٰذِهِ ۖ وَإِن تُصِبْهُمْ سَيِّئَةٌ يَطَّيَّرُوا بِمُوسَىٰ وَمَن مَّعَهُ ۗ أَلَا إِنَّمَا طَائِرُهُمْ عِندَ اللَّهِ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Yeroo toltuun wahii isaanitti dhufte "kun nuuf malti" jedhuYoo hamtuun isaan tuqxe immoo milkii hamaa Muusaafi namoota isa waliinii irratti ilaallatuDhagayaa! Dhugumatti, gaddiin hamaan isaanii Rabbiin bira jiraGaruu irra hedduun isaanii hin beekan
132وَقَالُوا مَهْمَا تَأْتِنَا بِهِ مِنْ آيَةٍ لِّتَسْحَرَنَا بِهَا فَمَا نَحْنُ لَكَ بِمُؤْمِنِينَ
Isaanis (Muusaan) ni jedhan: "Yoo ati raajii irraa waan feeteen isheedhaan sihrii nutti godhuuf nutti dhufte, nuti siif kan amannu hin taane
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
130Aayah
Hiikkaa — Al-A'raf 130
Suuratu Al-A'raf Aayah 130 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti ummata Fir’awni akka isaan gorfamaniif jecha gogiinsa waggootaaf…Suuratu Aayah 130/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 128–132. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








