Al-A'raf · 144/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
قَالَ يَا مُوسَىٰ إِنِّي اصْطَفَيْتُكَ عَلَى النَّاسِ بِرِسَالَاتِي وَبِكَلَامِي فَخُذْ مَا آتَيْتُكَ وَكُن مِّنَ الشَّاكِرِينَ ۝١٤٤
Qaala yaa Moosaaa innis tafaituka `alan naasi bi Risaalaatee wa bi kalaamee fakhuz maaa aataituka wa kum minash shaakireen
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiin) ni jedhe: "Yaa Muusaa! Ani ergaa kiyyaafi haasa’a kiyyaan namoota irra si filadheeraWaan Ani siif kenne qabadhuGalateeffattoota irraas ta’i

🎧 Caqasi


📜 Aayah 142-146 — Suuratu Al-A'raf

142۞ وَوَاعَدْنَا مُوسَىٰ ثَلَاثِينَ لَيْلَةً وَأَتْمَمْنَاهَا بِعَشْرٍ فَتَمَّ مِيقَاتُ رَبِّهِ أَرْبَعِينَ لَيْلَةً ۚ وَقَالَ مُوسَىٰ لِأَخِيهِ هَارُونَ اخْلُفْنِي فِي قَوْمِي وَأَصْلِحْ وَلَا تَتَّبِعْ سَبِيلَ الْمُفْسِدِينَ
Muusaafis halkan soddoma waadaa seenneKudhaniinis ishee guunneBeellamni Gooftaa isaas halkan afurtama guuteMuusaanis obboleessa isaa Haaruunin ni jedhe: "Namoota kiyya keessatti bakka na bu’iGaaromsisKaraa warra balleessaa hojjatanii hin hordofin
143وَلَمَّا جَاءَ مُوسَىٰ لِمِيقَاتِنَا وَكَلَّمَهُ رَبُّهُ قَالَ رَبِّ أَرِنِي أَنظُرْ إِلَيْكَ ۚ قَالَ لَن تَرَانِي وَلَٰكِنِ انظُرْ إِلَى الْجَبَلِ فَإِنِ اسْتَقَرَّ مَكَانَهُ فَسَوْفَ تَرَانِي ۚ فَلَمَّا تَجَلَّىٰ رَبُّهُ لِلْجَبَلِ جَعَلَهُ دَكًّا وَخَرَّ مُوسَىٰ صَعِقًا ۚ فَلَمَّا أَفَاقَ قَالَ سُبْحَانَكَ تُبْتُ إِلَيْكَ وَأَنَا أَوَّلُ الْمُؤْمِنِينَ
Yeroo Muusaan beellama keenyaaf dhufee Rabbiin isaa isaan dubbatu "Yaa gooftaa kiyya (of) na argisiisi sin ilaalaa!" jedhe(Rabbiinis) "Nan argitu; garuu gara gaaraa ilaali; yoo bakka isaatti raggaeef Na argitaa" jedheYeroo Rabbiin isaa gaaraaf mul’atu daakamaa lafaan qixxaaaa isa godheMuusaanis of wallaalee kufeYeroma of barus "ati qulqulloofte; ani gara keetti deebi’e anis jalqaba mu’uminootaati" jedhe
144قَالَ يَا مُوسَىٰ إِنِّي اصْطَفَيْتُكَ عَلَى النَّاسِ بِرِسَالَاتِي وَبِكَلَامِي فَخُذْ مَا آتَيْتُكَ وَكُن مِّنَ الشَّاكِرِينَ
(Rabbiin) ni jedhe: "Yaa Muusaa! Ani ergaa kiyyaafi haasa’a kiyyaan namoota irra si filadheeraWaan Ani siif kenne qabadhuGalateeffattoota irraas ta’i
145وَكَتَبْنَا لَهُ فِي الْأَلْوَاحِ مِن كُلِّ شَيْءٍ مَّوْعِظَةً وَتَفْصِيلًا لِّكُلِّ شَيْءٍ فَخُذْهَا بِقُوَّةٍ وَأْمُرْ قَوْمَكَ يَأْخُذُوا بِأَحْسَنِهَا ۚ سَأُرِيكُمْ دَارَ الْفَاسِقِينَ
Loohiwwan keessattis waan hunda irraa gorsaafi ibsa waan hundaa isaaf barreessine"Ishee ciminaan qabadhuNamoota keetis akka toltuu ishee qabatan ajajiAni biyya finciltootaa fuuldurattin isinitti agarsiisa" (jedheen)
146سَأَصْرِفُ عَنْ آيَاتِيَ الَّذِينَ يَتَكَبَّرُونَ فِي الْأَرْضِ بِغَيْرِ الْحَقِّ وَإِن يَرَوْا كُلَّ آيَةٍ لَّا يُؤْمِنُوا بِهَا وَإِن يَرَوْا سَبِيلَ الرُّشْدِ لَا يَتَّخِذُوهُ سَبِيلًا وَإِن يَرَوْا سَبِيلَ الْغَيِّ يَتَّخِذُوهُ سَبِيلًا ۚ ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا وَكَانُوا عَنْهَا غَافِلِينَ
Ani warra haqaan ala dachii keessatti boonan keeyyattoota kiyya irraa garan galchaYoo mallattoolee hunda arganis isatti hin amananuYoo karaa qajeelaa argan isa karaa hin godhatanuYoo karaa jallinaa argan isa karaa godhatuKun waan isaan keeyyattoota keenya kijibsiisaniifi ishee irraas dagatoo turaniifi
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
144Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 144

Suuratu Al-A'raf Aayah 144 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiin) ni jedhe: "Yaa Muusaa! Ani ergaa kiyyaafi haasa’a kiyyaan…

Suuratu Aayah 144/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 142–146. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers