Al-Ma'arij · 1/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ma'arij
سَأَلَ سَائِلٌ بِعَذَابٍ وَاقِعٍ ۝١
Sa ala saaa`ilum bi`azaa binw-waaqi
📖 Afaan Oromoon
Adaba (kaafiroota irratti) argamaa tae kadhataan wahii kadhate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Al-Ma'arij

1سَأَلَ سَائِلٌ بِعَذَابٍ وَاقِعٍ
Adaba (kaafiroota irratti) argamaa tae kadhataan wahii kadhate
2لِّلْكَافِرِينَ لَيْسَ لَهُ دَافِعٌ
Kan kaafirootatti (argamu kadhate); wanti isa (adabicha) deebisu hin jiru
3مِّنَ اللَّهِ ذِي الْمَعَارِجِ
Rabbii Abbaa kortoowwanii tae irraa (argama)
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 1

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Adaba (kaafiroota irratti) argamaa tae kadhataan wahii kadhate

Suuratu Aayah 1/44 — Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers