Al-Ma'arij · 32/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ ۝٣٢
Wallazeena hum li amaa naatihim wa `ahdihim raa`oon
📖 Afaan Oromoon
Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 30-34 — Suuratu Al-Ma'arij

30إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ
Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti
31فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ
Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha
32وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ
Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan
33وَالَّذِينَ هُم بِشَهَادَاتِهِمْ قَائِمُونَ
Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan
34وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ
Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 32

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan

Suuratu Aayah 32/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers