Al-Ma'arij · 31/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ ۝٣١
Famanib taghaa waraaa`a zaalika fa ulaaa`ika humul `aadoon
📖 Afaan Oromoon
Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 29-33 — Suuratu Al-Ma'arij

29وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan
30إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ
Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti
31فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ
Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha
32وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ
Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan
33وَالَّذِينَ هُم بِشَهَادَاتِهِمْ قَائِمُونَ
Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
31Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 31

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 31 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha

Suuratu Aayah 31/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 29–33. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers