Nuh · 9/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Nuh
ثُمَّ إِنِّي أَعْلَنتُ لَهُمْ وَأَسْرَرْتُ لَهُمْ إِسْرَارًا ۝٩
Summaa inneee a`lantu lahum wa asrartu lahum israaraa
📖 Afaan Oromoon
Achi boodas ani ifan isaaniif godhe; hasaasuus isaanittin hasaase
🎧 Caqasi

📜 Aayah 7-11 — Nuh

7وَإِنِّي كُلَّمَا دَعَوْتُهُمْ لِتَغْفِرَ لَهُمْ جَعَلُوا أَصَابِعَهُمْ فِي آذَانِهِمْ وَاسْتَغْشَوْا ثِيَابَهُمْ وَأَصَرُّوا وَاسْتَكْبَرُوا اسْتِكْبَارًا
Akka Ati isaaniif araaramtuuf dhawaata ani isaan waamuun qubbeen isaanii gurra isaanii keessa kaa’anii uffata isaanii haguuggatanii (badii) itti fufan; booniinsa boonan
8ثُمَّ إِنِّي دَعَوْتُهُمْ جِهَارًا
Ergasii lallabeen isaan waame
9ثُمَّ إِنِّي أَعْلَنتُ لَهُمْ وَأَسْرَرْتُ لَهُمْ إِسْرَارًا
Achi boodas ani ifan isaaniif godhe; hasaasuus isaanittin hasaase
10فَقُلْتُ اسْتَغْفِرُوا رَبَّكُمْ إِنَّهُ كَانَ غَفَّارًا
‘Gooftaa keessan araarama kadhaa; dhugumatti Inni Akkaan Araaramaadhan’ jedhe
11يُرْسِلِ السَّمَاءَ عَلَيْكُم مِّدْرَارًا
Rooba baayee deddeebiaa isin irratti erga
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Nuh 9

Suuratu Nuh Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Achi boodas ani ifan isaaniif godhe; hasaasuus isaanittin hasaase

Suuratu Aayah 9/28 — Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Nuh Caqasi, Nuh Hiikkaa, Nuh mp3, Nuh pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers