Al-Jinn · 22/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Jinn
قُلْ إِنِّي لَن يُجِيرَنِي مِنَ اللَّهِ أَحَدٌ وَلَنْ أَجِدَ مِن دُونِهِ مُلْتَحَدًا ۝٢٢
Qul innee lany yujeeranee minal laahi ahad, wa lan ajida min doonihee multahadaa
📖 Afaan Oromoon
Jedhi: "Ani (adabbii) Rabbii irraa wanti tokkollee ana hin baraarsuIsa malees hirkoo hin argadhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Al-Jinn

20قُلْ إِنَّمَا أَدْعُو رَبِّي وَلَا أُشْرِكُ بِهِ أَحَدًا
(Yaa Muhammad SAW!) jedhi: "wanti ani gabbaru Gooftaa kiyya qofa; Isattiis waan tokkollee hin qindeessu
21قُلْ إِنِّي لَا أَمْلِكُ لَكُمْ ضَرًّا وَلَا رَشَدًا
Jedhi: "Ani dhugumatti, miidhaas taee qajelluma isiniif (fiduu) hin dandau
22قُلْ إِنِّي لَن يُجِيرَنِي مِنَ اللَّهِ أَحَدٌ وَلَنْ أَجِدَ مِن دُونِهِ مُلْتَحَدًا
Jedhi: "Ani (adabbii) Rabbii irraa wanti tokkollee ana hin baraarsuIsa malees hirkoo hin argadhu
23إِلَّا بَلَاغًا مِّنَ اللَّهِ وَرِسَالَاتِهِ ۚ وَمَن يَعْصِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ فَإِنَّ لَهُ نَارَ جَهَنَّمَ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا
Rabbi irraa (wahyii)fi ergaawwan Isaa geessuu malee (hin dandau)Namni Rabbiifi Ergamaa Isaa faallesse, dhugumatti ibidda jahannam kan ishee keessatti hafutu isaaf jira
24حَتَّىٰ إِذَا رَأَوْا مَا يُوعَدُونَ فَسَيَعْلَمُونَ مَنْ أَضْعَفُ نَاصِرًا وَأَقَلُّ عَدَدًا
Yeroo waan ittiin sodaachifaman argan namni tumsaadhaan akkaan dadhabaafi lakkoofsaan daran xiqqaa eenyuun akka tae beekuuf jiru
Al-JinnTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Al-Jinn 22

Suuratu Al-Jinn Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jedhi: "Ani (adabbii) Rabbii irraa wanti tokkollee ana hin baraarsuIsa…

Suuratu Aayah 22/28 — Suuratu Al-Jinn الجن (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Jinn Caqasi, Suuratu Al-Jinn Hiikkaa, Suuratu Al-Jinn mp3, Suuratu Al-Jinn pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers