Al-Jinn · 21/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Jinn
قُلْ إِنِّي لَا أَمْلِكُ لَكُمْ ضَرًّا وَلَا رَشَدًا ۝٢١
Qul innee laaa amliku lakum darranw wa laa rashadaa
📖 Afaan Oromoon
Jedhi: "Ani dhugumatti, miidhaas taee qajelluma isiniif (fiduu) hin dandau
🎧 Caqasi

📜 Aayah 19-23 — Al-Jinn

19وَأَنَّهُ لَمَّا قَامَ عَبْدُ اللَّهِ يَدْعُوهُ كَادُوا يَكُونُونَ عَلَيْهِ لِبَدًا
Yeroo gabrichi Rabbii (Muhammad SAW!) Isa waammachuuf dhaabbatu (jinnoonni) isa irratti tuuta tautti dhihaatu
20قُلْ إِنَّمَا أَدْعُو رَبِّي وَلَا أُشْرِكُ بِهِ أَحَدًا
(Yaa Muhammad SAW!) jedhi: "wanti ani gabbaru Gooftaa kiyya qofa; Isattiis waan tokkollee hin qindeessu
21قُلْ إِنِّي لَا أَمْلِكُ لَكُمْ ضَرًّا وَلَا رَشَدًا
Jedhi: "Ani dhugumatti, miidhaas taee qajelluma isiniif (fiduu) hin dandau
22قُلْ إِنِّي لَن يُجِيرَنِي مِنَ اللَّهِ أَحَدٌ وَلَنْ أَجِدَ مِن دُونِهِ مُلْتَحَدًا
Jedhi: "Ani (adabbii) Rabbii irraa wanti tokkollee ana hin baraarsuIsa malees hirkoo hin argadhu
23إِلَّا بَلَاغًا مِّنَ اللَّهِ وَرِسَالَاتِهِ ۚ وَمَن يَعْصِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ فَإِنَّ لَهُ نَارَ جَهَنَّمَ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا
Rabbi irraa (wahyii)fi ergaawwan Isaa geessuu malee (hin dandau)Namni Rabbiifi Ergamaa Isaa faallesse, dhugumatti ibidda jahannam kan ishee keessatti hafutu isaaf jira
Al-JinnTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Al-Jinn 21

Suuratu Al-Jinn Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jedhi: "Ani dhugumatti, miidhaas taee qajelluma isiniif (fiduu) hin dandau

Suuratu Aayah 21/28 — Al-Jinn الجن (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Jinn Caqasi, Al-Jinn Hiikkaa, Al-Jinn mp3, Al-Jinn pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers