Al-Qiyamah · 2/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
وَلَا أُقْسِمُ بِالنَّفْسِ اللَّوَّامَةِ ۝٢
Wa laaa uqsimu bin nafsil lawwaamah
📖 Afaan Oromoon
Lubbuu of komattuu taateenis nan kakadha; (mindaa galfamuuf jirtu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Al-Qiyamah

1لَا أُقْسِمُ بِيَوْمِ الْقِيَامَةِ
Lakki! Guyyaa Qiyaamaatiinin kakadha
2وَلَا أُقْسِمُ بِالنَّفْسِ اللَّوَّامَةِ
Lubbuu of komattuu taateenis nan kakadha; (mindaa galfamuuf jirtu)
3أَيَحْسَبُ الْإِنسَانُ أَلَّن نَّجْمَعَ عِظَامَهُ
Sila namni lafee isaa walitti hin qabnuu yaadaa
4بَلَىٰ قَادِرِينَ عَلَىٰ أَن نُّسَوِّيَ بَنَانَهُ
Eeyyeen (walitti ni qabna)(Nuti) qubbeen isaatuu akka turanitti deebifnee sirreessuu irratti dandaoodha
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 2

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Lubbuu of komattuu taateenis nan kakadha; (mindaa galfamuuf jirtu)

Suuratu Aayah 2/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers