Al-Qiyamah · 3/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
أَيَحْسَبُ الْإِنسَانُ أَلَّن نَّجْمَعَ عِظَامَهُ ۝٣
Ayahsabul insaanu al lan najm`a `izaamah
📖 Afaan Oromoon
Sila namni lafee isaa walitti hin qabnuu yaadaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Qiyamah

1لَا أُقْسِمُ بِيَوْمِ الْقِيَامَةِ
Lakki! Guyyaa Qiyaamaatiinin kakadha
2وَلَا أُقْسِمُ بِالنَّفْسِ اللَّوَّامَةِ
Lubbuu of komattuu taateenis nan kakadha; (mindaa galfamuuf jirtu)
3أَيَحْسَبُ الْإِنسَانُ أَلَّن نَّجْمَعَ عِظَامَهُ
Sila namni lafee isaa walitti hin qabnuu yaadaa
4بَلَىٰ قَادِرِينَ عَلَىٰ أَن نُّسَوِّيَ بَنَانَهُ
Eeyyeen (walitti ni qabna)(Nuti) qubbeen isaatuu akka turanitti deebifnee sirreessuu irratti dandaoodha
5بَلْ يُرِيدُ الْإِنسَانُ لِيَفْجُرَ أَمَامَهُ
Dhugumatti namni fuuldura isaa (Qiyaamaa) sobsiisuu fedha
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 3

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila namni lafee isaa walitti hin qabnuu yaadaa

Suuratu Aayah 3/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers