Al-Qiyamah · 30/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمَسَاقُ ۝٣٠
Ilaa rabbika yawma`izinil masaaq
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa san oofamiinsi gara Gooftaa keetiiti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 28-32 — Suuratu Al-Qiyamah

28وَظَنَّ أَنَّهُ الْفِرَاقُ
(Namni duaa jiru sun) ‘dhugumatti, inni (addunyaa kana irraa) adda bauu dha’ jechuu yeroo mirkaneeffate
29وَالْتَفَّتِ السَّاقُ بِالسَّاقِ
(Yeroo) mogoleen mogoleetti maramte
30إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمَسَاقُ
Guyyaa san oofamiinsi gara Gooftaa keetiiti
31فَلَا صَدَّقَ وَلَا صَلَّىٰ
Hin amanne; hin salaanne
32وَلَٰكِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Garuu kijibsiisee irraa gara gale
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 30

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa san oofamiinsi gara Gooftaa keetiiti

Suuratu Aayah 30/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers