Al-Qiyamah · 29/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
وَالْتَفَّتِ السَّاقُ بِالسَّاقِ ۝٢٩
Waltaffatis saaqu bissaaq
📖 Afaan Oromoon
(Yeroo) mogoleen mogoleetti maramte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 27-31 — Suuratu Al-Qiyamah

27وَقِيلَ مَنْ ۜ رَاقٍ
(Yeroo) "eenyutu isa yaala?" jedhame
28وَظَنَّ أَنَّهُ الْفِرَاقُ
(Namni duaa jiru sun) ‘dhugumatti, inni (addunyaa kana irraa) adda bauu dha’ jechuu yeroo mirkaneeffate
29وَالْتَفَّتِ السَّاقُ بِالسَّاقِ
(Yeroo) mogoleen mogoleetti maramte
30إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمَسَاقُ
Guyyaa san oofamiinsi gara Gooftaa keetiiti
31فَلَا صَدَّقَ وَلَا صَلَّىٰ
Hin amanne; hin salaanne
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 29

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yeroo) mogoleen mogoleetti maramte

Suuratu Aayah 29/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers