Al-Qiyamah · 31/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qiyamah
فَلَا صَدَّقَ وَلَا صَلَّىٰ ۝٣١
Falaa saddaqa wa laa sallaa
📖 Afaan Oromoon
Hin amanne; hin salaanne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 29-33 — Al-Qiyamah

29وَالْتَفَّتِ السَّاقُ بِالسَّاقِ
(Yeroo) mogoleen mogoleetti maramte
30إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمَسَاقُ
Guyyaa san oofamiinsi gara Gooftaa keetiiti
31فَلَا صَدَّقَ وَلَا صَلَّىٰ
Hin amanne; hin salaanne
32وَلَٰكِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Garuu kijibsiisee irraa gara gale
33ثُمَّ ذَهَبَ إِلَىٰ أَهْلِهِ يَتَمَطَّىٰ
Ergasii boonaa gara maatii isaa deeme
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
31Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 31

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 31 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hin amanne; hin salaanne

Suuratu Aayah 31/40 — Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qiyamah Caqasi, Al-Qiyamah Hiikkaa, Al-Qiyamah mp3, Al-Qiyamah pdf. Aayah 29–33. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers