Al-Insan · 3/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Insan
إِنَّا هَدَيْنَاهُ السَّبِيلَ إِمَّا شَاكِرًا وَإِمَّا كَفُورًا ۝٣
Innaa hadainaahus sabeela immaa shaakiranw wa immaa kafoora
📖 Afaan Oromoon
Nuti haala (inni) galateeffataa yookiin mormaa taeen karaa isa qajeelchine
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-5 — Al-Insan

1هَلْ أَتَىٰ عَلَى الْإِنسَانِ حِينٌ مِّنَ الدَّهْرِ لَمْ يَكُن شَيْئًا مَّذْكُورًا
Sila barri hangi tae nama irra kan inni waan yaadatamu hin tain hin dhufnee
2إِنَّا خَلَقْنَا الْإِنسَانَ مِن نُّطْفَةٍ أَمْشَاجٍ نَّبْتَلِيهِ فَجَعَلْنَاهُ سَمِيعًا بَصِيرًا
Dhugumatti Nuti nama, isa qormaatuuf jecha bishaan saalaa walitti makamaa tae irraa uumnee; Dhagaaafi argaas isa goone
3إِنَّا هَدَيْنَاهُ السَّبِيلَ إِمَّا شَاكِرًا وَإِمَّا كَفُورًا
Nuti haala (inni) galateeffataa yookiin mormaa taeen karaa isa qajeelchine
4إِنَّا أَعْتَدْنَا لِلْكَافِرِينَ سَلَاسِلَ وَأَغْلَالًا وَسَعِيرًا
Nuti kaafirootaaf sansalata, sakaallaawwaniifi ibidda bobaaa qopheessinee jirra
5إِنَّ الْأَبْرَارَ يَشْرَبُونَ مِن كَأْسٍ كَانَ مِزَاجُهَا كَافُورًا
Warri gaggaariin khamrii makaan ishee kaafuuriin tae irraa dhugu
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 3

Suuratu Al-Insan Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti haala (inni) galateeffataa yookiin mormaa taeen karaa isa qajeelchine

Suuratu Aayah 3/31 — Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Insan Caqasi, Al-Insan Hiikkaa, Al-Insan mp3, Al-Insan pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers