Al-Mursalat · 33/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mursalat
كَأَنَّهُ جِمَالَتٌ صُفْرٌ ۝٣٣
Ka annahoo jimaalatun sufr
📖 Afaan Oromoon
Inni (qaanqechi) gaalota bobboora fakkaata

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Al-Mursalat

31لَّا ظَلِيلٍ وَلَا يُغْنِي مِنَ اللَّهَبِ
Gaaddiseessaa miti; bobaaa ibiddaa irraas hin duroomsu
32إِنَّهَا تَرْمِي بِشَرَرٍ كَالْقَصْرِ
Isheen qaanqeewwan akka gamoo darbatti
33كَأَنَّهُ جِمَالَتٌ صُفْرٌ
Inni (qaanqechi) gaalota bobboora fakkaata
34وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
35هَٰذَا يَوْمُ لَا يَنطِقُونَ
Kun Guyyaa isaan hin dubbanneedha
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 33

Suuratu Al-Mursalat Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni (qaanqechi) gaalota bobboora fakkaata

Suuratu Aayah 33/50 — Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mursalat Caqasi, Al-Mursalat Hiikkaa, Al-Mursalat mp3, Al-Mursalat pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers