Al-Mursalat · 32/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mursalat
إِنَّهَا تَرْمِي بِشَرَرٍ كَالْقَصْرِ ۝٣٢
Innahaa tarmee bishararin kalqasr
📖 Afaan Oromoon
Isheen qaanqeewwan akka gamoo darbatti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 30-34 — Al-Mursalat

30انطَلِقُوا إِلَىٰ ظِلٍّ ذِي ثَلَاثِ شُعَبٍ
Gara gaaddisa abbaa damee sadihii deemaa
31لَّا ظَلِيلٍ وَلَا يُغْنِي مِنَ اللَّهَبِ
Gaaddiseessaa miti; bobaaa ibiddaa irraas hin duroomsu
32إِنَّهَا تَرْمِي بِشَرَرٍ كَالْقَصْرِ
Isheen qaanqeewwan akka gamoo darbatti
33كَأَنَّهُ جِمَالَتٌ صُفْرٌ
Inni (qaanqechi) gaalota bobboora fakkaata
34وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 32

Suuratu Al-Mursalat Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isheen qaanqeewwan akka gamoo darbatti

Suuratu Aayah 32/50 — Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mursalat Caqasi, Al-Mursalat Hiikkaa, Al-Mursalat mp3, Al-Mursalat pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers