Al-Mursalat · 39/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
فَإِن كَانَ لَكُمْ كَيْدٌ فَكِيدُونِ ۝٣٩
Fa in kaana lakum kaidun fakeedoon
📖 Afaan Oromoon
Yoo tooftaa wahii qabaattan tooftaa Natti baafadhaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu Al-Mursalat

37وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
38هَٰذَا يَوْمُ الْفَصْلِ ۖ جَمَعْنَاكُمْ وَالْأَوَّلِينَ
Kun guyyaa adda fooamiinsaati; Isiniifi warra duraas walitti qabne
39فَإِن كَانَ لَكُمْ كَيْدٌ فَكِيدُونِ
Yoo tooftaa wahii qabaattan tooftaa Natti baafadhaa
40وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
41إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي ظِلَالٍ وَعُيُونٍ
Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan gaaddisootaafi burqituuwwan keessa jiraatu
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 39

Suuratu Al-Mursalat Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo tooftaa wahii qabaattan tooftaa Natti baafadhaa

Suuratu Aayah 39/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers