An-Nazi'at · 18/46
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nazi'at
فَقُلْ هَل لَّكَ إِلَىٰ أَن تَزَكَّىٰ ۝١٨
Faqul hal laka ilaa-an tazakka
📖 Afaan Oromoon
Jedhiin: "sila gara (shirkii irraa) qulqulleffachuutti fedha qabdaa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 16-20 — An-Nazi'at

16إِذْ نَادَاهُ رَبُّهُ بِالْوَادِ الْمُقَدَّسِ طُوًى
Yeroo Gooftaan isaa laga qulqulleffamaa "Xuwaa" jedhamu keessatti isatti lallabe
17اذْهَبْ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ إِنَّهُ طَغَىٰ
Gara Firawn deemi; inni daangaa darbee jira
18فَقُلْ هَل لَّكَ إِلَىٰ أَن تَزَكَّىٰ
Jedhiin: "sila gara (shirkii irraa) qulqulleffachuutti fedha qabdaa
19وَأَهْدِيَكَ إِلَىٰ رَبِّكَ فَتَخْشَىٰ
Akka sodaattuuf gara Gooftaa keetii si qajeelchutti (fedha qabdaa)
20فَأَرَاهُ الْآيَةَ الْكُبْرَىٰ
[Muusan] mallattoo guddaa isa (Firawniin) agarsiise
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 18

Suuratu An-Nazi'at Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jedhiin: "sila gara (shirkii irraa) qulqulleffachuutti fedha qabdaa

Suuratu Aayah 18/46 — An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nazi'at Caqasi, An-Nazi'at Hiikkaa, An-Nazi'at mp3, An-Nazi'at pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers