An-Nazi'at · 40/46
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nazi'at
وَأَمَّا مَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ وَنَهَى النَّفْسَ عَنِ الْهَوَىٰ ۝٤٠
Wa ammaa man khaafa maqaama Rabbihee wa nahan nafsa `anil hawaa
📖 Afaan Oromoon
Namni Gooftaa isaa dura dhaabbachuu sodaatee, lubbuu isaa waan isheen hawwitu irraa dhorge
🎧 Caqasi

📜 Aayah 38-42 — An-Nazi'at

38وَآثَرَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا
Jireenya addunyaa kanaa filate
39فَإِنَّ الْجَحِيمَ هِيَ الْمَأْوَىٰ
Dhugumatti, teesson isaa jahannami
40وَأَمَّا مَنْ خَافَ مَقَامَ رَبِّهِ وَنَهَى النَّفْسَ عَنِ الْهَوَىٰ
Namni Gooftaa isaa dura dhaabbachuu sodaatee, lubbuu isaa waan isheen hawwitu irraa dhorge
41فَإِنَّ الْجَنَّةَ هِيَ الْمَأْوَىٰ
Dhugumatti, jannanni bakka qubannaa isaati
42يَسْأَلُونَكَ عَنِ السَّاعَةِ أَيَّانَ مُرْسَاهَا
[Yaa Muhammad SAW!] Qiyaamaa irraa, yoom argamtii ishee si gaafatu
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
40Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 40

Suuratu An-Nazi'at Aayah 40 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni Gooftaa isaa dura dhaabbachuu sodaatee, lubbuu isaa waan isheen…

Suuratu Aayah 40/46 — An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nazi'at Caqasi, An-Nazi'at Hiikkaa, An-Nazi'at mp3, An-Nazi'at pdf. Aayah 38–42. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers