Al-Anfal · 13/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anfal
ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ شَاقُّوا اللَّهَ وَرَسُولَهُ ۚ وَمَن يُشَاقِقِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ فَإِنَّ اللَّهَ شَدِيدُ الْعِقَابِ ۝١٣
Zaalika bi annahum shaaaqqul laaha wa Rasoolah; wa mai yushaqiqil laaha wa Rasoolahoo fa innal laaha shadeedul `iqaab
📖 Afaan Oromoon
Kun waan isaan Rabbiifi ergamaa Isaa faallessaniifiNamni Rabbiifi ergamaa Isaa faallesse, (Rabbiin isa adaba)Dhugumatti Rabbiin adabbiin isaa cimaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Al-Anfal

11إِذْ يُغَشِّيكُمُ النُّعَاسَ أَمَنَةً مِّنْهُ وَيُنَزِّلُ عَلَيْكُم مِّنَ السَّمَاءِ مَاءً لِّيُطَهِّرَكُم بِهِ وَيُذْهِبَ عَنكُمْ رِجْزَ الشَّيْطَانِ وَلِيَرْبِطَ عَلَىٰ قُلُوبِكُمْ وَيُثَبِّتَ بِهِ الْأَقْدَامَ
Yeroo Inni tasgabbii Isa biraa ta’ee (adda waraanaatti) hirribaan isin haguugeefi ittiin isin qulqulleessuf, waswaasa sheyxaanaas isin irraa deemsisuuf, onnee keessanis (obsaan) jabeessuuf, faanawwan (keessanis cirracha irratti) ittiin gadi dhaabuuf jecha samii irraa yeroo bishaan isin irratti buuse [yaadadhaa]
12إِذْ يُوحِي رَبُّكَ إِلَى الْمَلَائِكَةِ أَنِّي مَعَكُمْ فَثَبِّتُوا الَّذِينَ آمَنُوا ۚ سَأُلْقِي فِي قُلُوبِ الَّذِينَ كَفَرُوا الرُّعْبَ فَاضْرِبُوا فَوْقَ الْأَعْنَاقِ وَاضْرِبُوا مِنْهُمْ كُلَّ بَنَانٍ
Yeroo Gooftaan kee gara maleykotaatti “dhugumatti, Ani (gargaarsaan) isin waliin jiraa, isaan amanan (miila isaanii) gadi dhaabaaAni onnee isaan kafaranii keessa sodaan buusa; Morma (isaanii) gubbaa rukutaaIsaan irraas quba hunda rukutaa” (jedhee) beeksisa godhe [yaadadhu]
13ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ شَاقُّوا اللَّهَ وَرَسُولَهُ ۚ وَمَن يُشَاقِقِ اللَّهَ وَرَسُولَهُ فَإِنَّ اللَّهَ شَدِيدُ الْعِقَابِ
Kun waan isaan Rabbiifi ergamaa Isaa faallessaniifiNamni Rabbiifi ergamaa Isaa faallesse, (Rabbiin isa adaba)Dhugumatti Rabbiin adabbiin isaa cimaadha
14ذَٰلِكُمْ فَذُوقُوهُ وَأَنَّ لِلْكَافِرِينَ عَذَابَ النَّارِ
Kun (adaba keessanii), isa dhandhamaaDhugumatti kaafirootaaf adabbii ibiddaatu jira
15يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِذَا لَقِيتُمُ الَّذِينَ كَفَرُوا زَحْفًا فَلَا تُوَلُّوهُمُ الْأَدْبَارَ
Yaa warra amantan! (waraanaaf) kan walitti qabaman ta’anii yeroo warra kafaran qunnamtan, duuba keessan isaanitti gara hin galchinaa (hin baqatinaa)
Al-AnfalTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MedinanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Anfal 13

Suuratu Al-Anfal Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun waan isaan Rabbiifi ergamaa Isaa faallessaniifiNamni Rabbiifi ergamaa Isaa…

Suuratu Aayah 13/75 — Suuratu Al-Anfal الأنفال (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anfal Caqasi, Suuratu Al-Anfal Hiikkaa, Suuratu Al-Anfal mp3, Suuratu Al-Anfal pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers