Al-Anfal · 46/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anfal
وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَرَسُولَهُ وَلَا تَنَازَعُوا فَتَفْشَلُوا وَتَذْهَبَ رِيحُكُمْ ۖ وَاصْبِرُوا ۚ إِنَّ اللَّهَ مَعَ الصَّابِرِينَ ۝٤٦
Wa atee`ul laaha wa Rasoolahoo wa laa tanaaza`oo fatafshaloo wa tazhaba reehukum wasbiroo; innal laaha ma`as saabireen
📖 Afaan Oromoon
Rabbiifi ergamaa Isaatiifis ajajamaa; walis hin morminaa; luynoomtanii humni keessanis (isin irraa) ni deemtii; obsaaDhugumatti, Rabbiin obsitoota wajjin jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu Al-Anfal

44وَإِذْ يُرِيكُمُوهُمْ إِذِ الْتَقَيْتُمْ فِي أَعْيُنِكُمْ قَلِيلًا وَيُقَلِّلُكُمْ فِي أَعْيُنِهِمْ لِيَقْضِيَ اللَّهُ أَمْرًا كَانَ مَفْعُولًا ۗ وَإِلَى اللَّهِ تُرْجَعُ الْأُمُورُ
Yeroo walitti dhuftanii Rabbiin dhimma (beekumsa Isaa keessatti) raawwatamaa ta’e galmaan ga’uuf jecha, isin ija isaanii keessatti kan xiqqeessu ta’ee, yeroo ilaalcha keessan keessatti xiqqoo taasisee isaan isin agarsiise [yaadadhu]Wantoonni hundi gara Rabbii deebifamti
45يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِذَا لَقِيتُمْ فِئَةً فَاثْبُتُوا وَاذْكُرُوا اللَّهَ كَثِيرًا لَّعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Yaa warra amantan! Yeroo garee (diinaa) wahii qunnamtan, gadi dhaabbadhaa; akka milkooftaniifis (faaruu) baay’ee Rabbiin faarsaa
46وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَرَسُولَهُ وَلَا تَنَازَعُوا فَتَفْشَلُوا وَتَذْهَبَ رِيحُكُمْ ۖ وَاصْبِرُوا ۚ إِنَّ اللَّهَ مَعَ الصَّابِرِينَ
Rabbiifi ergamaa Isaatiifis ajajamaa; walis hin morminaa; luynoomtanii humni keessanis (isin irraa) ni deemtii; obsaaDhugumatti, Rabbiin obsitoota wajjin jira
47وَلَا تَكُونُوا كَالَّذِينَ خَرَجُوا مِن دِيَارِهِم بَطَرًا وَرِئَاءَ النَّاسِ وَيَصُدُّونَ عَن سَبِيلِ اللَّهِ ۚ وَاللَّهُ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطٌ
Akka isaan boonaa, namootatti of argisiisiisan ta’anii, karaa Rabbii irraas (namoota) dhorgaa, manneen isaanii irraa bahanii hin ta’inaaRabbiin waan isaan dalaganitti marsaadha
48وَإِذْ زَيَّنَ لَهُمُ الشَّيْطَانُ أَعْمَالَهُمْ وَقَالَ لَا غَالِبَ لَكُمُ الْيَوْمَ مِنَ النَّاسِ وَإِنِّي جَارٌ لَّكُمْ ۖ فَلَمَّا تَرَاءَتِ الْفِئَتَانِ نَكَصَ عَلَىٰ عَقِبَيْهِ وَقَالَ إِنِّي بَرِيءٌ مِّنكُمْ إِنِّي أَرَىٰ مَا لَا تَرَوْنَ إِنِّي أَخَافُ اللَّهَ ۚ وَاللَّهُ شَدِيدُ الْعِقَابِ
Yeroo sheyxaanni dalagaa isaanii (gadhee) miidhagsee, “har’a nama irraa injifataan isiniif hin jiruAnis gargaaraa keessan” jedheen san [yaadadhu]Yeroma gareen lamaan wal argan, of duuba deebi’ee “Dhugumatti, ani isin irraa qulqulluudha; ani waan isin hin agarren argaa jiraAni Rabbiinin sodaadhaRabbiin adabbiin Isaa cimaadha” jedhe
Al-AnfalTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MedinanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Al-Anfal 46

Suuratu Al-Anfal Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiifi ergamaa Isaatiifis ajajamaa; walis hin morminaa; luynoomtanii humni keessanis…

Suuratu Aayah 46/75 — Suuratu Al-Anfal الأنفال (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anfal Caqasi, Suuratu Al-Anfal Hiikkaa, Suuratu Al-Anfal mp3, Suuratu Al-Anfal pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers