Al-A'la · 18/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'la
إِنَّ هَٰذَا لَفِي الصُّحُفِ الْأُولَىٰ ۝١٨
Inna haazaa lafis suhu fil oolaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 16-19 — Al-A'la

16بَلْ تُؤْثِرُونَ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا
Inumaa isin jiruu addunyaa filattu
17وَالْآخِرَةُ خَيْرٌ وَأَبْقَىٰ
Odoo Aakhiraan caaltuufi haftuu taatee jirtuu [addunyaa filattu]
18إِنَّ هَٰذَا لَفِي الصُّحُفِ الْأُولَىٰ
Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira
19صُحُفِ إِبْرَاهِيمَ وَمُوسَىٰ
Barreeffamoota Ibraahiimifi Muusaa [keessa jira]
Al-A'laTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-A'la 18

Suuratu Al-A'la Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kun barreeffamoota duraanii keessa jira

Suuratu Aayah 18/19 — Al-A'la الأعلى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'la Caqasi, Al-A'la Hiikkaa, Al-A'la mp3, Al-A'la pdf. Aayah 16–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers