Al-A'la · 6/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'la
سَنُقْرِئُكَ فَلَا تَنسَىٰ ۝٦
Sanuqri`uka falaa tansaaa
📖 Afaan Oromoon
Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Al-A'la

4وَالَّذِي أَخْرَجَ الْمَرْعَىٰ
Isa marga baase
5فَجَعَلَهُ غُثَاءً أَحْوَىٰ
Goggogaa gurraacha isa taasise
6سَنُقْرِئُكَ فَلَا تَنسَىٰ
Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu
7إِلَّا مَا شَاءَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ يَعْلَمُ الْجَهْرَ وَمَا يَخْفَىٰ
Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka
8وَنُيَسِّرُكَ لِلْيُسْرَىٰ
Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna
Al-A'laTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-A'la 6

Suuratu Al-A'la Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu

Suuratu Aayah 6/19 — Al-A'la الأعلى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'la Caqasi, Al-A'la Hiikkaa, Al-A'la mp3, Al-A'la pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers