Suuratu At-Tariq pdf — Buufi (Oromo)
Suuratu At-Tariq pdf Oromo — Buufi Suuratu At-Tariq Hiikkaa. Suuratu At-Tariq (Meccan) 17 Aayah.
Related
- Suuratu At-Tariq HiikkaaOromo
- Suuratu At-Tariq mp3Caqasi
- Quran Index Oromo114
More Suuratu PDF
Suuratu At-Tariq

ﭑﭒﭓ
86:1
Samiifi (urjii) halkan dhufaa ta’eenin (kakadha)
ﭔﭕﭖﭗﭘ
86:2
(Urjii) halkan dhufaa ta’e maaltu si beeksise
ﭙﭚﭛ
86:3
(Inni) urjii ifti isaa dukkana uraa ta’eedha
ﭜﭝﭞﭟﭠﭡﭢ
86:4
Lubbuun hundi tiksaan ishee irra jiraatu malee hin hafu
ﭣﭤﭥﭦﭧ
86:5
Namni maal irraa akka uumame haa ilaalu
ﭨﭩﭪﭫﭬ
86:6
Bishaan utaalaa irraa uumame
ﭭﭮﭯﭰﭱﭲ
86:7
Jidduu dugdaatiifi qomaatii kan ba’u
ﭳﭴﭵﭶﭷ
86:8
Inni isa deebisuu irratti danda’aadha
ﭸﭹﭺﭻ
86:9
Guyyaa iccitiiwwan ifa baan
ﭼﭽﭾﭿﮀﮁﮂ
86:10
(Gaafas) humnas ta’ee tumsaan isaaf hin jiru
ﮃﮄﮅﮆ
86:11
Samii abbaa deddeebiitiinin (kakadha)
ﮇﮈﮉﮊ
86:12
Dachii dhodhootuunin (kakadha)
ﮋﮌﮍﮎ
86:13
Dhugumatti, inni (Quraanni) jecha adda baasaadha
ﮏﮐﮑﮒ
86:14
Inni qoosaa hin taane
ﮓﮔﮕﮖ
86:15
Dhugumatti, isaan tooftaa baasu
ﮗﮘﮙ
86:16
Anis tooftaan baasa
ﮚﮛﮜﮝﮞ
86:17
Kaafirootaaf yeroo kenniAmmas xinnoo yeroo kenniif
Qur'aana Qulqulluu
Wednesday, September 9, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







