Yunus · 83/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
فَمَا آمَنَ لِمُوسَىٰ إِلَّا ذُرِّيَّةٌ مِّن قَوْمِهِ عَلَىٰ خَوْفٍ مِّن فِرْعَوْنَ وَمَلَئِهِمْ أَن يَفْتِنَهُمْ ۚ وَإِنَّ فِرْعَوْنَ لَعَالٍ فِي الْأَرْضِ وَإِنَّهُ لَمِنَ الْمُسْرِفِينَ ۝٨٣
Famaaa aamana li-Moosaaa illaa zurriyyatum min qawmihee `alaa khawfim min Fir`awna wa mala`ihim ai yaftinahum; wa inna Fir`awna la`aalin fil ardi wa innahoo laminal musrifeen
📖 Afaan Oromoon
Fir’awniifi qondaaltonni isaa isaan jallisuu sodaachuu irraa kan kae, dhaloota ummata Muusaa irraa ta’e malee Muusaaf hin amanneDhugumatti, Fir’awn dachii keessatti of tuulaadhaAmmas inni daanga dabritoota irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 81-85 — Yunus

81فَلَمَّا أَلْقَوْا قَالَ مُوسَىٰ مَا جِئْتُم بِهِ السِّحْرُ ۖ إِنَّ اللَّهَ سَيُبْطِلُهُ ۖ إِنَّ اللَّهَ لَا يُصْلِحُ عَمَلَ الْمُفْسِدِينَ
Yeroo isaan darban Muusaan ni jedhe: “Wanti isin isaan dhuftan falfalaa, dhugumatti, Rabbiin isa balleessuuf jiraDhugumatti, Rabbiin dalagaa badii hojjattootaa hin tolchu
82وَيُحِقُّ اللَّهُ الْحَقَّ بِكَلِمَاتِهِ وَلَوْ كَرِهَ الْمُجْرِمُونَ
Odoo badii raawwattoonni jibbanuu, Rabbiin dhugaa jechoota Isaatiin mirkaneessa.”
83فَمَا آمَنَ لِمُوسَىٰ إِلَّا ذُرِّيَّةٌ مِّن قَوْمِهِ عَلَىٰ خَوْفٍ مِّن فِرْعَوْنَ وَمَلَئِهِمْ أَن يَفْتِنَهُمْ ۚ وَإِنَّ فِرْعَوْنَ لَعَالٍ فِي الْأَرْضِ وَإِنَّهُ لَمِنَ الْمُسْرِفِينَ
Fir’awniifi qondaaltonni isaa isaan jallisuu sodaachuu irraa kan kae, dhaloota ummata Muusaa irraa ta’e malee Muusaaf hin amanneDhugumatti, Fir’awn dachii keessatti of tuulaadhaAmmas inni daanga dabritoota irraayi
84وَقَالَ مُوسَىٰ يَا قَوْمِ إِن كُنتُمْ آمَنتُم بِاللَّهِ فَعَلَيْهِ تَوَكَّلُوا إِن كُنتُم مُّسْلِمِينَ
Muusaanis ni jedhe: “Yaa ummata kiyya! Yoo kan Rabbitti amantan taatan, Isuma irratti hirkadhaa; yoo Muslimoota taatan.”
85فَقَالُوا عَلَى اللَّهِ تَوَكَّلْنَا رَبَّنَا لَا تَجْعَلْنَا فِتْنَةً لِّلْقَوْمِ الظَّالِمِينَ
Isaanis ni jedhan: “Nuti Rabbi irratti hirkannee jirraYaa Gooftaa keenya! Ummata miidhaa raawwattootaaf sababaa jallinnaa nu hin taasisin
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
83Aayah

Hiikkaa — Yunus 83

Suuratu Yunus Aayah 83 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fir’awniifi qondaaltonni isaa isaan jallisuu sodaachuu irraa kan kae, dhaloota…

Suuratu Aayah 83/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 81–85. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers