Hud · 57/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Hud
فَإِن تَوَلَّوْا فَقَدْ أَبْلَغْتُكُم مَّا أُرْسِلْتُ بِهِ إِلَيْكُمْ ۚ وَيَسْتَخْلِفُ رَبِّي قَوْمًا غَيْرَكُمْ وَلَا تَضُرُّونَهُ شَيْئًا ۚ إِنَّ رَبِّي عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ حَفِيظٌ ۝٥٧
Fa in tawallaw faqad ablaghtukum maaa ursiltu biheee ilaikum; wa yastakhlifu Rabbee qawman ghairakum wa laa tadur roonahoo shai`aa; inna Rabbee `alaa kulli shai`in Hafeez
📖 Afaan Oromoon
Yoo gara galtanis, dhugumatti ani waanin ittiin gara keessanitti ergame dhaqqabsiiseeraGooftaan kiyyas ummata isin hin ta’in bakka buusaHomaas Isa hin miitanDhugumatti, Gooftaan kiyya waan hunda irratti eegaadha.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 55-59 — Hud

55مِن دُونِهِ ۖ فَكِيدُونِي جَمِيعًا ثُمَّ لَا تُنظِرُونِ
Isaa gaditti (waan gabbartan irraa ani qulqulluudhaYoo dandeessan) Tooftaa natti baasaa haala huda taataniin; Sana booda yeroo naaf hin kenninaa
56إِنِّي تَوَكَّلْتُ عَلَى اللَّهِ رَبِّي وَرَبِّكُم ۚ مَّا مِن دَابَّةٍ إِلَّا هُوَ آخِذٌ بِنَاصِيَتِهَا ۚ إِنَّ رَبِّي عَلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Ani Rabbii Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan ta’e irratti irkadheeraUumama lubbuu qabu tokkos kan Inni odoo sammuu isaa hin qabin hafe hin jiruDhugumatti, Gooftaan kiyya karaa qajeelaa irra jira
57فَإِن تَوَلَّوْا فَقَدْ أَبْلَغْتُكُم مَّا أُرْسِلْتُ بِهِ إِلَيْكُمْ ۚ وَيَسْتَخْلِفُ رَبِّي قَوْمًا غَيْرَكُمْ وَلَا تَضُرُّونَهُ شَيْئًا ۚ إِنَّ رَبِّي عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ حَفِيظٌ
Yoo gara galtanis, dhugumatti ani waanin ittiin gara keessanitti ergame dhaqqabsiiseeraGooftaan kiyyas ummata isin hin ta’in bakka buusaHomaas Isa hin miitanDhugumatti, Gooftaan kiyya waan hunda irratti eegaadha.”
58وَلَمَّا جَاءَ أَمْرُنَا نَجَّيْنَا هُودًا وَالَّذِينَ آمَنُوا مَعَهُ بِرَحْمَةٍ مِّنَّا وَنَجَّيْنَاهُم مِّنْ عَذَابٍ غَلِيظٍ
Yeroo ajajni keenya dhufu, Huudiifi warra isa waliin amanan rahmata Nurraa ta’een nagaa baafneadabbii cimaa ta’e irraas nagaa isaan baafne
59وَتِلْكَ عَادٌ ۖ جَحَدُوا بِآيَاتِ رَبِّهِمْ وَعَصَوْا رُسُلَهُ وَاتَّبَعُوا أَمْرَ كُلِّ جَبَّارٍ عَنِيدٍ
Isheen sun (ummata) AadiMallattoowwan Gooftaa isaanii mormanii, ergamtoota Isaas didan; ajaja of tuulaa, haqa mormaa ta’e hundaa hordofan
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Hud 57

Suuratu Hud Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo gara galtanis, dhugumatti ani waanin ittiin gara keessanitti ergame…

Suuratu Aayah 57/123 — Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Hud Caqasi, Hud Hiikkaa, Hud mp3, Hud pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers