Hud · 97/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Hud
إِلَىٰ فِرْعَوْنَ وَمَلَئِهِ فَاتَّبَعُوا أَمْرَ فِرْعَوْنَ ۖ وَمَا أَمْرُ فِرْعَوْنَ بِرَشِيدٍ ۝٩٧
Ilaa Fir`awna wa mala`ihee fattaba`ooo amra Fir`awna wa maaa amru Fir`awna birasheed
📖 Afaan Oromoon
Gara Fir’awniifi qondaalota isaa (ergine)Ajaja Fir’awni hordofanAjajni Fir’awnis sirrii miti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 95-99 — Hud

95كَأَن لَّمْ يَغْنَوْا فِيهَا ۗ أَلَا بُعْدًا لِّمَدْيَنَ كَمَا بَعِدَتْ ثَمُودُ
Akka waan ishee keessa hin jiraatinii ta’anDhagayaa! akkuma Samuud fagaatte! Madyaniif fageenyi haa ta’u
96وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا مُوسَىٰ بِآيَاتِنَا وَسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
Dhugumatti, Muusaa keeyyattoota keenyaafi ragaa ifa ta’een erginee jirra
97إِلَىٰ فِرْعَوْنَ وَمَلَئِهِ فَاتَّبَعُوا أَمْرَ فِرْعَوْنَ ۖ وَمَا أَمْرُ فِرْعَوْنَ بِرَشِيدٍ
Gara Fir’awniifi qondaalota isaa (ergine)Ajaja Fir’awni hordofanAjajni Fir’awnis sirrii miti
98يَقْدُمُ قَوْمَهُ يَوْمَ الْقِيَامَةِ فَأَوْرَدَهُمُ النَّارَ ۖ وَبِئْسَ الْوِرْدُ الْمَوْرُودُ
Guyyaa Qiyaamaa ummata isaa dursee, ibidda isaan seensisa(Inni) seensa seenamaa (ta’uun isaa) waa fokkate
99وَأُتْبِعُوا فِي هَٰذِهِ لَعْنَةً وَيَوْمَ الْقِيَامَةِ ۚ بِئْسَ الرِّفْدُ الْمَرْفُودُ
Addunyaa kana keessatti abaarsaan hordofsiifamanGuyyaa Qiyaamaas (akkasuma)Badhaasni badhaafaman waa fokkate
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
97Aayah

Hiikkaa — Hud 97

Suuratu Hud Aayah 97 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara Fir’awniifi qondaalota isaa (ergine)Ajaja Fir’awni hordofanAjajni Fir’awnis sirrii miti

Suuratu Aayah 97/123 — Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Hud Caqasi, Hud Hiikkaa, Hud mp3, Hud pdf. Aayah 95–99. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers