Yusuf · 21/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Yusuf
وَقَالَ الَّذِي اشْتَرَاهُ مِن مِّصْرَ لِامْرَأَتِهِ أَكْرِمِي مَثْوَاهُ عَسَىٰ أَن يَنفَعَنَا أَوْ نَتَّخِذَهُ وَلَدًا ۚ وَكَذَٰلِكَ مَكَّنَّا لِيُوسُفَ فِي الْأَرْضِ وَلِنُعَلِّمَهُ مِن تَأْوِيلِ الْأَحَادِيثِ ۚ وَاللَّهُ غَالِبٌ عَلَىٰ أَمْرِهِ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ ۝٢١
Wa qaalal lazish taraahu mim Misra limra atiheee akrimee maswaahu `asaaa any-yanfa`anaaa aw nattakhizahoo waladaa; wa kazaalika mak-kannaa li-Yoosufa fil ardi wa linu`allimahoo min taaweelil ahaadees; wallaahu ghaalibun `alaaa amrihee wa laakinna aksaran naasi laa ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Inni Misra irraa isa bites niitii isaatiin ni jedhe: “nu fayyaduun yookiin ilma isa taasifachuun keenya ni kejeelamaa (iddoo) qubsuma isaa kabaji.” (Akka bulchaa isa goonuu)fi hiikoo manaamaas isa barsiifnuuf jecha akka kanatti Yuusufiif dachii keessa mijjeessineRabbiinis dhimma Isaa irratti injifataadhaGaruu irra hedduun namaa hin beekanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Yusuf

19وَجَاءَتْ سَيَّارَةٌ فَأَرْسَلُوا وَارِدَهُمْ فَأَدْلَىٰ دَلْوَهُ ۖ قَالَ يَا بُشْرَىٰ هَٰذَا غُلَامٌ ۚ وَأَسَرُّوهُ بِضَاعَةً ۚ وَاللَّهُ عَلِيمٌ بِمَا يَعْمَلُونَ
Kara deemtonnis (daldaaltoonnis) dhuftee nama isaaniif bishaan waraabu erganii baaldii isaa (boolla keessa) gadi buuse“Yaa gammachuu! Kuni mucaa dargaggeessa” jedheMeeshaa godhanii isa dhoksanRabbiin waan isaan hojjatan hunda beekaadha
20وَشَرَوْهُ بِثَمَنٍ بَخْسٍ دَرَاهِمَ مَعْدُودَةٍ وَكَانُوا فِيهِ مِنَ الزَّاهِدِينَ
Gatii xiqqaa, maallaqa lakkaa’amtuutti, isa gurguranIsa keessattis warra dhimma isaa hin qabne irraa ta’an
21وَقَالَ الَّذِي اشْتَرَاهُ مِن مِّصْرَ لِامْرَأَتِهِ أَكْرِمِي مَثْوَاهُ عَسَىٰ أَن يَنفَعَنَا أَوْ نَتَّخِذَهُ وَلَدًا ۚ وَكَذَٰلِكَ مَكَّنَّا لِيُوسُفَ فِي الْأَرْضِ وَلِنُعَلِّمَهُ مِن تَأْوِيلِ الْأَحَادِيثِ ۚ وَاللَّهُ غَالِبٌ عَلَىٰ أَمْرِهِ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ
Inni Misra irraa isa bites niitii isaatiin ni jedhe: “nu fayyaduun yookiin ilma isa taasifachuun keenya ni kejeelamaa (iddoo) qubsuma isaa kabaji.” (Akka bulchaa isa goonuu)fi hiikoo manaamaas isa barsiifnuuf jecha akka kanatti Yuusufiif dachii keessa mijjeessineRabbiinis dhimma Isaa irratti injifataadhaGaruu irra hedduun namaa hin beekanu
22وَلَمَّا بَلَغَ أَشُدَّهُ آتَيْنَاهُ حُكْمًا وَعِلْمًا ۚ وَكَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Yeroo inni jabummaa (qaama) isaa ga’u, ogummaafi beekumsa isaaf kennineAkka kanattis toltuu hojjattoota mindeessina
23وَرَاوَدَتْهُ الَّتِي هُوَ فِي بَيْتِهَا عَن نَّفْسِهِ وَغَلَّقَتِ الْأَبْوَابَ وَقَالَتْ هَيْتَ لَكَ ۚ قَالَ مَعَاذَ اللَّهِ ۖ إِنَّهُ رَبِّي أَحْسَنَ مَثْوَايَ ۖ إِنَّهُ لَا يُفْلِحُ الظَّالِمُونَ
Isheen inni mana ishee keessa jirus (qunnamtii saalaatiif) lubbuu isaa irraa isa barbaaddeHulaalees ni cuccufte“Ani siif qophaa’eeraa kottu” jette“Ani Rabbitti maganfadha! Inni (dhiirsi kee) gooftaa kiyya; jireenya kootis naaf tolchee jiraDhugumatti, miidhaa hojjattoonni hin milkaayanu” jedheen
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Yusuf 21

Suuratu Yusuf Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Misra irraa isa bites niitii isaatiin ni jedhe: “nu…

Suuratu Aayah 21/111 — Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yusuf Caqasi, Yusuf Hiikkaa, Yusuf mp3, Yusuf pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers