An-Nahl · 105/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
إِنَّمَا يَفْتَرِي الْكَذِبَ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِآيَاتِ اللَّهِ ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْكَاذِبُونَ ۝١٠٥
Innamaa yaftaril kazibal lazeena laa yu`minoona bi Aayaatil laahi wa ulaaa`ika humul kaaziboon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti kan kijiba uumu isaan keeyyattoota Rabbiitti hin amanne qofaWarri sun isaanumatu kijibdoota
🎧 Caqasi

📜 Aayah 103-107 — An-Nahl

103وَلَقَدْ نَعْلَمُ أَنَّهُمْ يَقُولُونَ إِنَّمَا يُعَلِّمُهُ بَشَرٌ ۗ لِّسَانُ الَّذِي يُلْحِدُونَ إِلَيْهِ أَعْجَمِيٌّ وَهَٰذَا لِسَانٌ عَرَبِيٌّ مُّبِينٌ
Nuti dhugumatti “kan (Qur’aana) isa barsiisu nama malee waan biraa miti” jechuu isaanii ni beeknaQooqni inni isaan gara isaatti jallisanii ‘Ajamii’dha(Qur’aanni) kun immoo qooqa Arabiffaa ifa bahaadha
104إِنَّ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِآيَاتِ اللَّهِ لَا يَهْدِيهِمُ اللَّهُ وَلَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Dhugumatti isaan keeyyattoota Rabbiitti hin amanne, Rabbiin isaan hin qajeelchu; isaaniifis adabbii laalessaatu jira
105إِنَّمَا يَفْتَرِي الْكَذِبَ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِآيَاتِ اللَّهِ ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْكَاذِبُونَ
Dhugumatti kan kijiba uumu isaan keeyyattoota Rabbiitti hin amanne qofaWarri sun isaanumatu kijibdoota
106مَن كَفَرَ بِاللَّهِ مِن بَعْدِ إِيمَانِهِ إِلَّا مَنْ أُكْرِهَ وَقَلْبُهُ مُطْمَئِنٌّ بِالْإِيمَانِ وَلَٰكِن مَّن شَرَحَ بِالْكُفْرِ صَدْرًا فَعَلَيْهِمْ غَضَبٌ مِّنَ اللَّهِ وَلَهُمْ عَذَابٌ عَظِيمٌ
Nama odoo qalbiin isaa Iimaana irratti ragga’ee jiruu (kufriitti) dirqisiifame malee, namni eega amanuu isaatii kafare (Adaba laalessaatu isaaf jira)Garuu namni qoma isaa kufriif bal’ise dallansuu Rabbi irraa ta’etu isaan irra jira; Isaaniifis adabbii guddaatu jira
107ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمُ اسْتَحَبُّوا الْحَيَاةَ الدُّنْيَا عَلَى الْآخِرَةِ وَأَنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الْكَافِرِينَ
Kun waan isaan jireenya addunyaa Aakhiraa caalaa jaalataniifi Rabbiinis ummata kaafirootaa waan hin jaallanneefi
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
105Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 105

Suuratu An-Nahl Aayah 105 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti kan kijiba uumu isaan keeyyattoota Rabbiitti hin amanne qofaWarri…

Suuratu Aayah 105/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 103–107. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers