Al-Baqarah · 121/286
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Baqarah
الَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ يَتْلُونَهُ حَقَّ تِلَاوَتِهِ أُولَٰئِكَ يُؤْمِنُونَ بِهِ ۗ وَمَن يَكْفُرْ بِهِ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْخَاسِرُونَ ۝١٢١
Allazeena aatainaahumul Kitaaba yatloonahoo haqqa tilaawatiheee ulaaa`ika yu`minoona bi; wa mai yakfur bihee fa ulaaa`ika humul khaasiroon
📖 Afaan Oromoon
Isaannan Nuti kitaaba (Tawraatiin yookiin Qur’aana) isaaniif kennine qaraatii (hordoffii) malu isa qara’uIsaan isatti amanuNamni isatti kafares, isaan warra hoonga’oodha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 119-123 — Al-Baqarah

119إِنَّا أَرْسَلْنَاكَ بِالْحَقِّ بَشِيرًا وَنَذِيرًا ۖ وَلَا تُسْأَلُ عَنْ أَصْحَابِ الْجَحِيمِ
Nuti dhugaan gammachiisaafi akeekkachiisaa taasifnee si ergineAti warra ibiddaa irraa hin gaafatamtu
120وَلَن تَرْضَىٰ عَنكَ الْيَهُودُ وَلَا النَّصَارَىٰ حَتَّىٰ تَتَّبِعَ مِلَّتَهُمْ ۗ قُلْ إِنَّ هُدَى اللَّهِ هُوَ الْهُدَىٰ ۗ وَلَئِنِ اتَّبَعْتَ أَهْوَاءَهُم بَعْدَ الَّذِي جَاءَكَ مِنَ الْعِلْمِ ۙ مَا لَكَ مِنَ اللَّهِ مِن وَلِيٍّ وَلَا نَصِيرٍ
Yahuudotas ta’anii kiristaanonni hanga ati amantii isaanii hordoftutti sirraa hin jaalatanu(Yaa Muhammad! SAW) "Dhugumatti qajeelfamni Rabbii isuma qofatu qajeelfama (sirriidha)" jedhiErga beekumsa irraa sitti dhufee yoo fedha lubbuu isaanii hordofte, Rabbi irraa jaalallees ta’ee tumsaan siif hin jiru
121الَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ يَتْلُونَهُ حَقَّ تِلَاوَتِهِ أُولَٰئِكَ يُؤْمِنُونَ بِهِ ۗ وَمَن يَكْفُرْ بِهِ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْخَاسِرُونَ
Isaannan Nuti kitaaba (Tawraatiin yookiin Qur’aana) isaaniif kennine qaraatii (hordoffii) malu isa qara’uIsaan isatti amanuNamni isatti kafares, isaan warra hoonga’oodha
122يَا بَنِي إِسْرَائِيلَ اذْكُرُوا نِعْمَتِيَ الَّتِي أَنْعَمْتُ عَلَيْكُمْ وَأَنِّي فَضَّلْتُكُمْ عَلَى الْعَالَمِينَ
Yaa ilmaan Israa’iil! Ni’imaa kiyya kan Ani isin irratti oole san yaadadhaa; Ani Aalama hunda irra isin caalchisuu kiyyaas [yaadadhaa]
123وَاتَّقُوا يَوْمًا لَّا تَجْزِي نَفْسٌ عَن نَّفْسٍ شَيْئًا وَلَا يُقْبَلُ مِنْهَا عَدْلٌ وَلَا تَنفَعُهَا شَفَاعَةٌ وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Guyyaa lubbuun tokko lubbuu biraa hin fayyanne, kan gumaanis ishee irraa hin fuudhamne, araarri homaatuu ishee hin fayyanneefi isaanis tumsa hin arganne sodaadhaa
Al-BaqarahTarreeffama Qur'ana
286Aayah
MedinanRevelation
121Aayah

Hiikkaa — Al-Baqarah 121

Suuratu Al-Baqarah Aayah 121 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaannan Nuti kitaaba (Tawraatiin yookiin Qur’aana) isaaniif kennine qaraatii (hordoffii)…

Suuratu Aayah 121/286 — Al-Baqarah البقرة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Baqarah Caqasi, Al-Baqarah Hiikkaa, Al-Baqarah mp3, Al-Baqarah pdf. Aayah 119–123. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers