Taha · 9/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
وَهَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ مُوسَىٰ ۝٩
Wa hal ataaka hadeesu Moosa
📖 Afaan Oromoon
Sila oduun Muusaa sitti dhufeeraa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Taha

7وَإِن تَجْهَرْ بِالْقَوْلِ فَإِنَّهُ يَعْلَمُ السِّرَّ وَأَخْفَى
Jecha yoo ol fuutes, dhugumatti Inni (Rabbiin) iccitiifi waan isa caalaa dhokates ni beeka
8اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۖ لَهُ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَىٰ
Rabbiin dhugaan gabbaramaan isa malee hin jiruMaqoonni babbareedoon kan Isaa (qofa)
9وَهَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ مُوسَىٰ
Sila oduun Muusaa sitti dhufeeraa
10إِذْ رَأَىٰ نَارًا فَقَالَ لِأَهْلِهِ امْكُثُوا إِنِّي آنَسْتُ نَارًا لَّعَلِّي آتِيكُم مِّنْهَا بِقَبَسٍ أَوْ أَجِدُ عَلَى النَّارِ هُدًى
Yeroo Ibidda argu maatii isaatin “as taa’aa ani ibiddaan argee, waan irraa qabsiifatanin isinii fida yookiin ibidda biraa nama (karaa irratti) na qajeelchu argachuun kajeelaa” jedhe
11فَلَمَّا أَتَاهَا نُودِيَ يَا مُوسَىٰ
Yeroma gara ishee dhufu “Yaa Muusaa!” (jechuun) itti lallabamee
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Taha 9

Suuratu Taha Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila oduun Muusaa sitti dhufeeraa

Suuratu Aayah 9/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers